Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Giddugala Haaromsaa gabbis ogummaa Dubartoota ijaaramuun cabiinsa akka biyyatti jiru kan…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC)- Giddugalli Haaromsaa fi Gabbisa Ogummaa Dubartoota ijaaramuun cabiinsa akka biyyatti jiru kan wal’aanuudha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Aanaa Leemuu fi Bilbiilootti raasaasni kilashii 3 fi 780 to’atame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC)-Godina Arsii Aanaa Leemuu fi Bilbiilootii Sakatta'insa tasaa tasifameen rasasaa kilashii kuma 3 fi 780 to'atame.
Aanichatti sakatta'insaa konkolaataa…
Amanamummaa fi kutannoon hawaasa keenya tajaajiluu itti fufna–Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC)- Magaalaa haqni hawaasummaa keessatti mirkanaa’e ijaaruuf waadaa galame raawwachaa, ummata amanamummaa fi murannoon tajaajiluu itti fufna jedhan…
Chaayinaan Itiyoophiyaa waliin tumsa tarsiimawaa gama hundaa qabdu cimsitee akka itti fuftu…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC)- Chaayinaan Itiyoophiyaa waliin tumsa tarsiimawaa gama hundaan qabdu cimsitee akka itti fuftu Itiyoophiyaatti Ambaasaaddarri Chaayinaa Zhi’oo Zhiyu’aan…
Bakka Dooktar Abiy argamanitti Giddugalli Haaromsaa fi Gaabbisa Ogummaa Birrii biiliyoona 3.1’n…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC)- bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti Pirojektiin Giddugala Haaromsaa fi Gabbisa Ogummaa Dubartootaa Finfinnee Kutaa Magaalaa…
Manni marichaa mirga himatamuu dhabuu Kiristiyaan Taaddalee kaase
Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii idilee 17ffaa har’a gaggeesseen mirga himatamuu dhabuu Kiristiyaan Taaddalee kaaseera.
Obbo Kiristiyaan…
Inistitiyuutiin Dhimma Alaa fi UNDP’n walta’iinsaan hojjechuuf waliigalaan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC)- Inistitiyuutiin Dhimma Alaa fi UNDP’n walta’iinsaan hojjechuuf waliigalan.
Daayrektarri Olaanaa Inistitiyuutichaa Jaafaar Badiruun, Itiyoophiyaatti…
Mana barnootaa leenjii kontinjantii Huursoottii Ajajaa kumaa Mootaraayizdii eebbisiise
Finfinnee, Bitootessa 5, 2016 (FBC)- Giddugala Nagaa Kabachiisaa Raayyaa Ittisa Biyyaatti Mana Barnootaa Leenjii Kontinjantii Huursoo Humna Ajajaa Kumaa Mootaraayizdii leenjisaa ture…
Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa sagantaa Ifxaaraa gaggeesse
Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) - Manni Maree Waliigala Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa sagantaa Ifxaaraa magaalaa Finfinneetti gaggeesseera.
Ministira Ministeera Dhimma…
Manni marichaa boru Walga’ii Idilee 17ffaa ni gaggeessa jedhame
Finfinnee, Bitootessa 4, 2016 (FBC) -Manni maree Bakka Bu'oota Ummataa boru Walga'ii Idilee 17ffaa kan gaggeessu ta'uu ibsame.
Manni marichaa Walga'ii Idilee 17ffaan boru gaggeessuun…