Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itiyoophiyaa fi Saa’uud Arabiyaan yakkoota daangaa ce’aa fi daddabarsa namoota seeraan…
Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) - Jilli koomishinara Jeneraalaa koomishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa’eliin durfamu Saa’udi Arabiyaatti daawwannaa hojii taasiseera.…
Abunee Luqaasirratti himanni baname
Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) – Abunee Luqaas tumaalee seera yakkaa bara 1996 bahe keeyyata 247 fi 251 jalatti tumaman darbuun himatamaniiru.
Mana Murtii Olaanaa Federaalaa Ramaddii…
Itiyoophiynonni dhaloota 2ffaa Finfinnee naannawaa garaagaraa daawwachaa jiru
Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC)- Waamicha Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin taasifame simachuun Itiyoophiyaanonni dhaloota 2ffaa Finfinneetti bakkeewwan garaagaraa daawwachaa jiru.…
Agarsiifni Horsisee Bultootaa Gaanfa Afrikaa Amajjii 17 eegalee Finfinneetti gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC)- Guyyaa Horsiisee Bultootaa Itiyoophiyaa kabajamu ilaalchisee Agarsiisni Horsiisee Bultoota Gaanfa Afrikaa Amajjii 17-23, 2016’tti Finfinneetti kan…
Finfinneen Giddugala Dippiloomaasii taatee akka itti fuftu hunduu akka tumsu gaafatame
Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC)- Walga’ii Gamtaa Afrikaan walqabatee Finfinnee Giddugala Dippiloomaasii taatee akka itti fuftu hunduu akka tumsu gaafatame.
Tajaajilli Kominikeeshinii…
Lammiilee deeggarsa barbaadaniif deeggarsa taasisuuf Birrii biiliyoona 9.2 barbaachisa-TKM
Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC)- Lammiilee adda baafamaniif deeggarsa dhiyeessuuf maallaqa Birrii biiliyoona 9.2 akka barbaachisu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Ministir…
Obbo Dammaqaan Daayrektaraa Nannawaa Bahaa fi Lixa Afrikaa UNICEF waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Ittaanaa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin, Dhaabbata Deeggarsaa Daa’imanii Mootummoota Gamtoomaniitti Daayrektara…
Dhaaabbilee daawwachiiftotaa waliin ta’uun qabeenya tuurizimii Oromiyaa beeksisuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC)- Dhaabbilee daawwachiiftota biyya keessaa fi alaa waliin ta'uun qabeenya tuurizimii Naannoon Oromiyaa addunyaatti beeksisuuf hojjetamaa jiraachuun Biiroon…
Lammiileen 75 Jibuutiirraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) – Lammiileen Itiyoophiyaa 75 Jibuutii turan gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee kunneen Dhaabbata Godaantoota Idil Addunyaa Jibuutiitti argamu waliin…
Loltoota duraanii waraanaan dhaabuuf gaheen damee dhuunfaa murteessaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 16, 2016 (FBC) – Loltoota duraanii gara jireenya idileetti deebisuuf fi waaraan dhaabuuf tattaaffii taasiifamu keessatti tumsi damee dhuunfaa murteessaa ta’uu Komishiniin…