Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fiigichi Guddaan yeroo jalqabaatiif lafa Ikoo-Turizimii Wancii-Dandiitti gaggeeffame agarsiiftuu…
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) - Dorgommiin Fiigicha Guddaa guyyaa har’aa yeroo jalqabaatiif lafa Ikoo-Turizimii Wancii-Dandiitti gaggeeffame agarsiiftuu boruu piroojektichaatii ta'uu…
Dooktar Abiy Ahimad Waajjiira Muummee Faanaa Biroodkaastiing Koorporeet daawwatan
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Waajjiira Muummee Faanaa Biroodkaastiing Koorporeet daawwataniiru.
Hojiilee misoomaa dhaabbatichi hojjetaa…
Obbo Dammaqaan Itti Aanaa Pireezidaantii Rippaablika Kuubaa Saalvaadoor Vaaldees Meesaa waliin…
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) – Itti Aanaan Ministira Muummee fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin Itti Aanaa Pireezidaantii Rippaablika Kuubaa Saalvaadoor Vaaldees Meesaa…
Koorporeeshiniin Idaa fi Bulchiinsa qabeenyaa Idaa Birrii biiliyoona 45 ol kaffaluu beeksiise
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) – Koorporeeshiniin Idaa fi Bulchiinsa qabeenyaa Idaa Birrii biiliyoona 400 fudhate keessaa hanga ammaattii Birrii biiliyoona 45 ol kaffaluu beeksiiseera.…
Shaamiyoonaan Ispoortii Aadaa guutuu Oromiyaa magaalaa Ambootti eegalame
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) – Shaamiyoonaan Ispoortii Aadaa 29ffaa fi Feestivaalli Aadaa 16ffaan naannoo Oromiyaa Godina Shawaa Lixaa magaalaa Ambootti eegalameera.…
Dippiloomaasiin Itiyoophiyaa dafee qaqqabaa fi saffisaa akka ta’u yaadamee hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) – Walga’iin waggaa Ambaasaaddarootaa guyyoota 15f taa’amaa ture xumurameera.
Xumuramuu walga’ichaa ilaalchisee Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa…
Embaasiwwan dhageettiin Itiyoophiyaa akka dabaluuf ciminaan hojjechuu qabu – Obbo Dammaqaa…
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) – Embaasiwwan dhageettiin Itiyoophiyaa akka dabaluuf ciminaan hojjechuu akka qaban Itti Aanaan Ministira Muummee fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa…
Gaaffii ummataa deebisuuf hoggansi murannoon hojjechuu qaba – Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Amajjii 18, 2016 (FBC) - Rakkoolee jiran dandamachuun gaaffii ummataaf deebii kennuuf hoggansi murannoon hojjechuu akka qabu Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo…
Injifannoon imaammata tarsiima’aa fi hoggansa qareessa malee hinmilkaa’u-Pir.Shimallis
Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC)- Injifannoon imaammata tarsiima'aa fi hoggansa qareessa malee hinmilkaa’u jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Paartiin Badhaadhinaa dhimma nageenya biyyaattii eegsisuurrattti bal’inaan mari’ateera-Obbo…
Finfinnee, Amajjii 17, 2016 (FBC)- Paartiin Badhaadhinaa walga’ii guyyoottan muraasa darban gaggeesseen dhimmoota nageenya biyyaalessaa eegsisanirratti bal’inaan mari’achuu Pireezidantii…