Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaanti Shimallis badhaafamuu Dooktar Abiy ilaalchisuun ergaa baga gammaadanii dabarsan
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaaobbo Shimallis Abdiisaan badhaafamuu Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ilaalchisuun ergaa baga gammaddanii…
Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaatti wabii nyaataa mirkaneessuuf hojii fakkeenyaa…
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaatti wabii nyaataa mirkaneessuuf hojii fakkeenya ta’u raawwataniiru jedhan Daayrektarri Dhaabbata…
Imala birmadummaa nyaataa ciminaan itti fufsiisna-Dooktar Abiy
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)- Imala birmadummaa nyaataa ciminaan itti fufsiisna jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy wabii nyaataa mirkaneessuuf…
Dooktar Abiy Meedaaliyaa “Agricola” Dhaabbata Nyaataa fi qonnaa Addunyaan badhaafaman
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Meedaaliyaa "Agricola" Dhaabbata Nyaataa fi Qonnaa Addunyaa badhaafamaniiru.
Dooktar Abiy sagantaa Room…
Abbaan taayitichaa odeeffannoo sobaa fi haasawaa jibbiinsaa dhaabuuf Faanaa waliin qindoominaan ni…
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)- Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa odeeffannoo sobaa fi haasawaa jibbiinsaa dhaabuuf Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet waliin qindoominaan ni…
Dhaqqabummaan FBC cimee akka itti fufuuf Inistiitiyuutichi tumsa teeknooloojii ni taasisa-Inj.…
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)- Qabiyyeewwan garaagaraatiin dhaqqabummaan Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet cimee akka itti fufuuf Inistiitiyuutichi tumsa teeknooloojii ni taasisa jedhan…
Faanaan ummatoota gidduutti nageenyaa fi diimokiraasiin akka mirkanaa’uuf gahee ijaarsaa bahachaa…
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)- Faanaan ummatoota gidduutti nageenyaa fi diimokiraasiin akka mirkanaa’uuf gahee ijaarsaa bahachaa jiraachuu Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa…
Faanaan hojiilee kallattiin biyyaa fi ummataan walqabatan qabatee itti fufa-Obbo Admaasuu Daamxoo
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)- Faanaan hojiilee kallattiin biyyaa fi ummataan walqabatan qabatee itti fufa jedhan Hoji Raawwachiisaa Olaanaan Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet Obbo…
Istuudiyoon Faanaa Laamroot daandeettii dhaabbatichaa guddisuun odeeffannoo kallattii garaagaraan…
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)- Istuudiyoon Faanaa Laamroot daandeettii dhaabbatichaa guddisuun odeeffannoo waqtaawaa fi amanamaa kallattii garaagaraan akka tamsaasuuf kan dandeessisu…
FBC’n Istuudiyoo haaraa ijaarsise eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 19, 2016 (FBC)-Faanaa Biroodkaastiingi Koorporeet Istuudiyoo Haaraa ijaarsise eebbisiise.
Saganticharratti, qondaaltonni olaanoo mootummaa, hoggantoota boordii FBC fi…