Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy kutaalee hawaasa harka qalleeyyii magaalichatti argamaniif sagantaa Afxaraa qopheessan
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad kutaalee hawaasa harka qalleeyyii magaalaa Finfinneetti tti argamaniif sagantaa Afxaraa qopheessaniiru.…
Lammiilee Itiyoophiyaa Sa’auud Arabiyaatti argaman kuma 70 torbee 2 keessatti gara biyyaa…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016 (FBC) - Lammiilee Itiyoophiyaa Sa'auud Arabiyaatti haala rakkisaa keessatti argaman kuma 70 torbee 2 keessatti gara biyyaa deebisuun eegalamuuf ta'uu Ministir…
Jilli Dooktar Sammaa Xurunaan durfamu Godina Harargee Bahaatti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwate
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016(FBC)- Jilli Giddugala Qindeessaa Ijaarsaa Diimookiraasii Paartii Badhaadhinaatti Itti Gaafatamaa Damee Warraaqasa fi Siyaasaa Dooktar Sammaa Xurunaan durfamu…
Shakkamaan daddabarsa namootaa fi maallaqaa seeraan alaa raawwachaa ture to’atame
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016(FBC)- Sanada Boordii Meedikaalaa sobaa qopheessuun yakka daddabarsa namootaa fi maallaqaa raawwachuun kan shakkame to’annoo jala oolfamuu Poolisiin beeksise.…
Itiyoophiyaatti Pirojektiin 2ffaan Godaantootaa fi hawaasa keessummeessitoota fayyadamoo taasisu…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaatti Pirojektiin 2ffaan Godaansa, namoota biyya keessaa buqqa’anii fi hawaasa keessummeessitoota Itiyoophiyaa fayyadamoo taasisu ifoomeera.…
Jilli Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Jimmaa Gannatiitti hojiilee misoomaa garaagaraa daawwate
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016(FBC)- Jilli Pireezidantii Ittaanaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Horroo Guduruu Wallaggaa Aanaa Jimmaa Gannatiitti hojiilee misoomaa…
Itiyoophiyaa fi ‘KOICA’n waliigaltee Doolaara miiliyoona 16 mallatteessan
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016(FBC)- Itiyoophiyaa fi Ejensiin Walta’iinsaa Idil Addunyaa (KOICA) waliigaltee Doolaara miiliyoona 16 mallatteessaniiru.
Waliigaltichis alergee oomishaalee…
Oromiyaatti lafa heektara miiliyoona 2.6’rratti daagaan kiiloo meetira miiliyoonni 1.2 ol…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016(FBC)- Naannoo Oromiyaatti hanga ammatti lafa hektaara miiliyoona 2.6’rratti daagaan adda addaa kiiloo meetirri miiliyoona 1.2 ol hojjetamuu Biiroon Qonnaa…
Guyyoottan 11’n dhufan haalli qilleensaa roobaaf gumaachu akka jiraatu eerame
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016(FBC)- Guyyoottan 11’n dhufan haalli qilleensaa roobaaf gumaachu guyyaarraa gara guyyatti cimaa akka adeemu Inistitiyuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Oromiyaatti pirojektoonni madda humna elektirikii lama Birri Biiliyoona 10’n ijaaramaa…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016(FBC)- Naannoo Oromiyaatti pirojektoonni madda humna elektirikaa lama Birrii biiliyoona 10’n ijaaramaa jiraachuu Humni Elektirikii Itiyoophiyaa beeksise.…