Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Odeefannoo sobaa miidiyaalee hawaasummaan kanneen tamsaasan gochaa isaaniirraa akka of qusatan…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC)- Qaamoleen odeffannoo sobaa gama miidiyaa hawaasummaan tamsaasan gochaa isaaniirraa akka of qusatan Poolisiin Magaalaa Finfinnee hubachiise.
Poolisiin…
Paarkiin Indaastirii Maqalee gara hojiitti deebi’e
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) - Paarkiin Indaastirii Maqalee hojii eegaluu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Korporeeshinii Misooma Paarkiiwwan Indaastii Obbo Akliluu Taaddasaan ibsan.…
Dooktar Abiy kaffaltoota gibiraa olaanoo fi abbootii qabeenyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad kaffaltoota gibiraa olaanoo fi abbootii qabeenyaa waliin mari’ataniiru.
Hawaasni Diinagdee Dhuunfaa,…
Koomishinichi yaada maamiltootaa fi qeeqa madaalawaa fudhachuun sirreessuuf qophiidha-Kom. Dabalee…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC)- Koomishiniiin Gumurukaa yaada maamiltootaa fi qeeqa madaalawaa fudhachuun sirreessuuf yoomiyyuu qophii ta’uu Komishinarri Komishinichaa Dabalee Qaabataa…
Humna Qilleensaa Cimaa ijaaruun nageenya Ummataa fi biyyaaf murteessadha – L/J Yilmaa Mardaasaa
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) – Humna Qilleensaa Cimaa ijaaruun nageenya Ummataa fi biyyaaf murteessaa ta’uu Ajajaa Olaanaan Humna Qilleensaa Itiyoophiyaa Leetanaal Jeneraal Yilmaa…
Guyyaan Meetirooloojii Addunyaa kabajamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) –Guyyaan Meetirooloojii Addunyaa akka Itiyoophiyaatti yeroo 43ffaa fi akka Addunyaatti yeroo 63ffaaf kabajamaa jira.
Inistiityuutiin Raaga Haala…
Konkolaattota elektirikii biyya keessa akka galfaman nan jajjabeessa-Ministeericha
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC)- Konkolaattonni elektirikii biyya keessa akka galfaman onnachiistuuwwan garagaraa hojiirra oochaa jiraachuu Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii…
Hanga ammaatti dhaabbileen Faayinaansii 80 ta’an miseensa Fandii Inshuraansii maallaqa Kuufamaa…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) – Waltajjiin hubannoo uumuu Fandii Inshuraansii maallaqa Kuufamaa Itiyoophiyaarratti xiyyeeffate gaggeeffamaa jira.
Itiyoophiyaatti…
Abbaan qabeenyaa Zakii Mahammad jedhamu abbootii warraa 200’f deeggarsa taasise
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) – Abbaan qabeenyaa Zakii Mahammad jedhamu Ameerikaa jiraatu abbootii warraa 200’f deeggarsa akaakuu fi maallaqaa taasiseera.
Dhalataa Magaalaa Dirree…
Ummanni Kadhatee Osoo Hintaane Kooree Tajaajila Argachuu Qaba – Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Bitootessa 12, 2016 (FBC) - Ummanni kadhatee Osoo hintaane kooree tajaajila argachuu qaba jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Hoggansi…