Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhiyeessii xaa’oo Biyyoo bara 2017/18 irratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Sochii dhiyeessii fi hojiilee fuulduree Xaa’oo Biyyee bara oomishaa 2017/18 irratti mariin gaggeeffameera.
Ministir Deetaan Ministeera Qonnaa Dooktar…
Gamtaan Awurooppaa Tumsaa ijoo Itiyoophiyaati jedhame
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)-Gamtaan Awurooppaa tumsaa ijoo misoomaa fi nageenyaa Itiyoophiyaa ta’uu Ministirri Dhimma Alaa ibse.
Jila Itiyoophiyaa Ministira Ministeerichaa Dooktar…
Waliigalteen Nageenyaa taasifame uummata tasgabbeesseera-Mana Marichaa
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti waliigalteen nageenyaa Mootummaa naannichaa fi qondaaltoota WBO giddutti taasifame ummataaf tasgabbii waaraa kan kennu ta'uu Manni Maree…
Bulchiinsa lafaa ammayyeessuuf hojiileen eegalaman cimanii itti fufu-Biiricha
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Bulchiinsa lafaa ammayyeessuuf hojiileen eegalaman cimanii kan itti fufan ta’uu Biiroon Lafa Oromiyaa beeksise.
Sagantaan muuxannoo waljijjiirraa…
Manni Marichaa Labsii Baankii Biyyaalessaa raggaasise
Finfinnee, Mudde 8, 2017 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Labsii Baankii Biyyaalessa Itiyoophiyaa qorachuun raggaasiseera.
Manni Marichaa walga’ii Idilee 1ffaa har’a gaggeesseen…
Afaaritti faayidaa Temiiriirraa argamu guddisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Muddee 8, 2017 (FBC)-Naannoo Afaaritti oomishtummaa Temiirii babal’isuun faayidaa damicharraa argamu guddisuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Biiroon Misooma Qonnaa…
Manni marichaa boru Wixinee labsii Baankii Biyyaalessaa qorachuun ni raggaasisa
Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa Walga'ii idilee 11ffaa bara hojii 4ffaa waggaa 6ffaa boru gaggeessuun Wixinee labsii Baankii Biyyaalessaa qorachuun ni…
Ministirri Alaa Taanzaaniyaa Finifinnee galan
Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC) –Ministirri Ministeera Dhimma Alaa fi Tumsa Afrikaa Bahaa Taanzaaniyaa Ambaasaaddar Mahaammud Taabiit Finfinnee galaniiru.
Ambaasaaddar Mahaammud Taabiit…
Pireezidaanti Shimallis Chaayinaatti Bulchaa Itti Aanaa kutaa Shandoong Juunjii Soongii waliin…
Finfinnee, Mudde 7, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Chaayinaatti Bulchaa Itti Aanaa kutaa Bulchiinsa Shandong Junjii Soongiifi Bakka Bu'oota…
Obbo Dammaqaa Makonniin kan hundaa’e Faawundeeshiniin ‘Ye Addaam’ ifoome
Finfinnee,Mudde 7, 2017 (FMC) – Ministira Muummee Itti Aanaa fi Ministira Dhimma Alaa duraanii FDRI Obbo Dammaqaa Makonniin kan hundaa’e Faawundeeshiniin 'Ye Addaam' ifoomeera.
Sagantaa…