Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miseensonni Qajeelcha Waliigalaa Humna Galaanaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 14, 2016 (FBC)- Miseensonni Qajeelcha Waliigalaa Humna Galaanaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.
Dawwannicha irratti, miseensonni Humna Gaalanaa argaman…
Nageenya fi misooma mirkaneessuuf tumsi uummataa cimuu qaba-Obbo Awwaluun Abdii
Finfinnee, Bitootessa 14, 2016 (FBC)- Nageenyaafi misooma mirkaneessuuf tumsi ummataa daran cimuu akka qabu Pireezidaantii Ittaanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluun Abdii akeekan.…
Dooktar Abiy Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaaf afeerraa irbaataa Afxiraa taasisan
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaanota dhaloota 2ffaa Itiyoophiyaatti argamaniif afeerraa irbaataa Afxiraa taasisaniiru.
#Oromia…
Karoorri misoomaa jireenya hawaasaa jijjiiruuf hojiirra oole bu’aa fidaa jira-Obbo Abdulhakiim…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC)- Karoorri misoomaa Naannoo Oromiyaatti jireenya hawaasaa jijjiiruuf hojiirra oolaa jiru bu'aa qabatamaa fidaa jiraachuu Sadarkaa Pireezidaantii…
Odeeffannoon Tajaajilli Nageenyaa fi Odeeffannoo biyyaalessaa maddisuu nageenyaa biyyaa fooyyessuu…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) - Odeeffannoon Tajaajilli Nageenyaa fi Odeeffannoo biyyaalessaa maddisuu bobbii qaamolee nageenyaaf galtee ta'uun nageenyaa biyyaa fooyyessuu keesatti…
Hojiileen misoomaa Walisootti hojjetamaa jiran cimanii itti fufu qabu-Dooktar Abrahaam Balaay
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC)- Hojiileen misoomaa Magaalaa Walisootti hojjetamaa jiran cimanii itti fufu qabu jedhan Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyya Dooktar Abrahaam…
Walitti bu’iinsa Sudaan furuuf mariin hunda hammate barbaachisaadha – Ambaasaaddar…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) - Walitti bu'iinsa Sudaaniif furmaata kennuuf mariin hunda hammate kan barbaachisu ta'uu Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee…
Naannoo Somaaleetti sosochiin Ruuzii Jallisiin oomishuu eegalame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) – Naannoo Somaalee Godina Lixa Shabaleetti sosochiin Ruuzii Jallisiin oomishuu eegalameera.
Pireezidaantiin Naannichaa Obbo Musxafee Mahaammadii fi…
Taateen tibbana Baankii Daldala Itiyoophiyaa mudate rakkoo siistamaa malee haleellaa Saayibarii miti…
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) – Rakkoon tibbana Baankii Daldala Itiyoophiyaa mudate taatee fooyya’iinsaa Siistamaan waqabatee uumame malee haleellaa Saayibarii akka hin taane…
Rasaasni Shugguxii karaa seeraan alaa magaalaa Bahirdaar seenuuf ture kumni 25 ol to’atame
Finfinnee, Bitootessa 13, 2016 (FBC) – Rasaasni Shugguxii karaa seeraan alaa magaalaa Bahirdaar seenuuf ture kumni 25 ol to’atamuu ibsameera.
Rasaasni Shugguxii Daangaa Sudaanii…