Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Piroojektoonni namummaarraatti xiyyeeffatan magaaloota garaagaraatti akka babal’an ni…
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) -Piroojektoonni namummaarraatti xiyyeeffatan magaaloota garaagaraatti akka babal'an kan hojjetamu ta'uu Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen…
Hojiin Kominikeeshinii Bu’aa Qabatamaatiin Madaalamuu qaba – Obbo Hayluu Addunyaa
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) - Hojiin Kominikeeshinii Bu'aa Qabatamaatiin Madaalamuu akka qabu Hoogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa Obbo Hayluu Addunyaan ibsan.
Biirichi…
Dhaabbilee miidiyaafi kominikeeshinii cimsuun sirna walhubannaa cimaa ijaaruun barbaachisaadha…
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) - Dhaabbilee miidiyaafi kominikeeshinii cimsuun sirna walhubannaa cimaa ijaaruun barbaachisaaa Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Tajaajilli…
Feestivaalli gugsii Fardaa Marsaa 3ffaan Sandaafaatti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) - Feestivaalli gugsii Fardaa Marsaa 3ffaan Magaalaa Sandaafaatti gaggeeffamaa jira.
Sirnicharratti qondaaltonni mootummaa, Abbootiin Gadaa fi…
Manni barumsaa Bu’uura Boruu Birrii Miiliyoona 10’n ijaarame eebbifame
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC)-Manni Barumsaa Bu'uura Boruu Birrii miiliyoona 10'n Magaalaa Sandaafaatti ijaarame eebbifame.
Sirna eebbichaarratti Afyaa'ii Ittaanaa Caffee Oromiyaa…
Inistiitiyuutichi Poolisota Tajaajilaa Poolisii Hawaasaan Leenjisaa ture 990 eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)- Inistiitiyuutiin Leenjii Ogummaa Poolisii Sanqallee, miseensota poolisii tajaajila poolisii hawaasaa leenjisaa ture 990 eebbisiise.
Sirna…
Tuurizimiirraa bu’aa barbaadamu argachuuf hojjetamaa jira-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)-Humna diinagdee guddaa kan ta'e turizimii irraa bu'aa barbaadamu argachuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantii Naannoo Oromiyaa Obbo…
Dorgommiin Biskileetii yeroo jalqabaaf Wancii-Dandiitti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)- Dorgommiin Biskileetii yeroo jalqabaaf Ikoo Tuurizimii Wancii-Dandiitti gaggeeffameeera.
Dorgommi kanarratti kilaabonni biyyattii 12 fi naannolee 7…
Samaraatti Biiroo Qorannoo Yakkaa ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)- Poolisiin Federaalaa Naannoo Afaar Magaalaa Samaraatti Biiroo Qorannoo Yakkaa ijaarsisuuf dhagaan bu’uuraa kaa’amera.
Sirna dhagaa bu’uuraa kaa’uu…
Hojiileen tattaaffii waloon eegalle saffisa isaa eeggatee akka gaggeeffamuuf haa hirmaannu-Dooktar…
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)-Humna Qonnaa keenya sirnaan fayyadamuuf hojiileen tattaaffii waloon eegalle saffisaa isaa eeggatee akka gaggeeffamuuf haa hirmaannu jechuun Ministirri…