Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy Ministira Muummee Kanaadaa waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC)- Ministrri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Kanaadaa Jastiin Tiruudoo waliin bilbilaan mari’ataniiru.
Dhimmoota waloo biyyoota lamaanii…
Kilaba Magaalaa Walqixxeef galiin Birrii miiliyoonni 43 ol walitti qabame
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) – Kilaba Kubbaa Miilaa Magaalaa Walqixxeef galiin Birriin miiliyoonni 42 walitti qabamuu ibsameera.
Sagantaan kilabichaaf galii walitti qabuu Magaalaa…
Waltajjiin Marii Gamtaa Afrikaa fi Awurooppaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) – Waltajjiin Marii Gamtaa Afrikaa fi Awurooppaa tumsa waloo damee fayyaa cimsuurratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Komishinii…
Godambaan Injifannoon Adwaa tokkummaa keenya kan ittiin cimsinuudha-Obbo Taaggasaa Caafoo
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC)- Godambaan Injifannoon Adwaa seenaa waloo keenyaa leellisuun tokkummaa keenyaa kan ittiin cimsinuudha jechuun Afyaa’iim mana maree bakka bu’oota ummataa…
Naannichatti oomishni Bunaa kuntaalli miiliyoonni 11 ol walitti qabame
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti bara 2016 oomishni Bunaa kuntaalli miiliyoonni 11 fi kumni 820 ol walitti qabamuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksiseera.
Oomisha…
Shakkamtoonni Buna Kuntaala 260 ol seeraan ala gurguruuf socho’aa turan to’ataman
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) – Shakkamtoonni Buna Kuntaala 260 ol seeraan ala Kuusanii gurguraaf socho’aa turan to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksiise.
Shakkamtoonni…
Dooktar Abiy du’aan boqochuu Pireezidaantii Naamiibiyaaf gaddi itti dhaga’amuu ibsan
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad du'aan boqochuu Pireezidaantii Naamiibiyaa Hagee Geengoobiif gaddi itti dhaga'amuu ibsan.
Pireezidaantiin…
Yaada sirrii furmaata nagaa ta’u kaasuun irraatti mari’achuu fi qooda ofii fudhachuun…
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) - Yaada sirrii furmaata nagaa ta'u kaasuun irraatti mari'achuu fi qooda ofii fudhachuun barbaachisaa ta'uu Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa…
Garaagarteen kamuu mariin akka furamu Paartiin Badhaadhinaa ni hojjeta -Obbo Shimallis Abdiisaa
Garaagarteen kamuu mariin akka furamu Paartiin Badhaadhinaa ni hojjeta -Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) - Hooggantoonni olaanoon Mootummaa Federaalaafi…
Mootummaan gaaffilee ummata Itiyoophiyaa deebisuuf Komishinii Maree biyyaalessaa hundeessuun…
Finfinnee, Amajjii 26, 2016 (FBC) - Mootummaan gaaffilee ummata Itiyoophiyaa deebisuuf Komishinii Maree biyyaalessaa hundeessuun hojjetaa jiraachuu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi…