Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hidha Haaromsaa ilaalchisee Itiyoophiyaan mariif qophii ta’uu Dooktar Abiy ibsan
Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa ilaalchisee ammallee Itiyoophiyaan mariif qophii ta’uu Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dooktar Abiy…
Itiyoophiyaan dhaabbilee damee hedduutti kan makamtuuf faayidaa biyyaalessaa ishee kabachisuufi-MM…
Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan dhaabbilee damee hedduutti miseensummaan kan makamtuuf faayidaa biyyaalessaa ishee kabachisuuf akka ta’e Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Yaa’iin Gamtaa Afrikaa milkaa’aa akka ta’uuf qophiin taasifamuun eerame
Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Yaa’iin Gamtaa Afrikaa 37ffaa akka milkaa’uuf qophii gahaan taasifamuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksise.
Ministir Deetaan Ministeerichaa Ambaasaaddar…
Hunduu rakkoolee mudataniif beekkamtii kennuun furmaata isaaf waloon hojjechuuf qophaa’utu…
Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Hunduu rakkoolee kaleessa mudataniif beekkamtii kennuun furmaata isaaf waloon hojjechuuf qophaa’un kan irraa eegamu ta’uun Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Hongee mudate akka siyaasaatti ilaaluu hinqabnu-Dooktar Abiy
Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)-Hongeen Itiyoophiyaattii mudate mootummaan kan fidee waan hintaaneef akka meeshaa siyaasatti ilaaluun sirri miti jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Fedhii siyaasaa milkeeffachuuf boora’uu nageenyaa filmaata taasifachuun cabiinsa hamaadha-MM Dooktar…
Finfinnee, Amajjii 28, 2016 (FBC)- Fedhii siyasaa milkeeffachuuf boora’uu nageenyaa filmaata taasifachuun cabiinsa hamaa ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dooktar…
Gaaffilee Miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa dhiyaatan keessaa muraasa:
• Sababni milkaa’uu dhabuu adeemsa marii ABO Shanee waliin taasifamee maali?
• Qaamoleen mootummaa keessaa gareewwan hidhatamii nageenyaa biyyatti booressan waliin kannen hojjetanirratti…
Meeshaaleen waraanaa yakka Shororkeessummaaf ooluuf ture to’atame
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) - Meeshaaleen waraanaa yakka Shororkeessummaaf ooluuf ture to'atamuu Poolisiin Federaalaa beeksise.
Shakkamaan kun garee Shanee waliin ta'uun ergama…
Komishinar Dammallash Gargaraa Barreessaa olaanaa DhMG waliin mar’atan
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC) - Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallash Gabramikaa'eel Gargaraa Barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Dooktar…
Dooktar Abiy miseensota mana marichaaf boru ibsaa fi deebii kennu
Finfinnee, Amajjii 27, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaaffilee miseensota Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataarraa dhiyaataniif boru ibsaa fi deebii ni kennu.
Manni…