Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbilee Kaappitaala Birrii biiliyoona 3 ol galmeessisaaniif heyyamni oomisha albuudaa kenname
Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC) – Dhaabbilee Kaappitaala Birrii biiliyoona 3 ol galmeessisaan 4’f heyyamni oomisha albuudaa kennamu Ministeerri Albuudaa beeksise.…
Waadaa Gochatti Jijjiiruun Badhaadhina Itiyoophiyaa Ni Mirkaneessina-BKO
Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)-Waadaa gochatti jijjiiruun fayyadamummaa uummata keenyaa mirkaneessuu eegalle daran cimsuun badhaadhina Itiyoophiyaa ni mirkaneessina jechuun Biiroon…
Dooktar Abiy dubartoota kutaalee biyyattii garaagaraarraa walitti baba’an waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dubartoota Kutaalee biyyattii garaagaraarraa walitti baba’an waliin mari’ataniiru.
Dooktar Abiy gama…
Sadarkaan ijaarsa Pirojektii Riizoortii Shabalee daawwatame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abraham Balaay Sadarkaa Ijaarsa Pirojektii Riizoortii Shabalee daawwataniiru.
Kontiraaktaroonni…
Harargee Bahaatti biqiltuu miiliyoona 360 dhaabuuf karoorfamuun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaan barana Godina Harargee Bahaatti biqiltuuwwan miiliyoona 360 ol dhaabuuf karaoorfamuu Waajjirri Qonnaa Godina Harargee…
Itiyoophiyaan naannawichatti nageenyaa fi misooma mirkaneessuuf tattaaffiin taasistu cimee akka itti…
Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan naannawaa Baha Afrikaatti nageenya waaraa, misooma waloo fi walitti hidhamiinsa daldalaa mirkaneessuuf tattaaffiin taasistu cimee akka…
Naannoo Tigraayitti meeshaalee barnootaa Birrii miiliyoona 440 oliin bitaman raabsamaa jiru jedhame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC) – Bulchiinsi yeroo naannoo Tigraay Maallaqa deeggarsa Baankii Addunyaarraa argame Birrii miiliyoona 440 oliin meeshaalee barnootaa bituun…
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee ijaarsa manneen jireenyaa eegalchiise
Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)- Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee ijaarsa manneen jireenyaa guyyoota 90 keessatti xumuraman eegalchiiseera.
Manneen kunneen kaafamtoota misoomaa, harka…
Adaabbaatti balaa tiraafikaa lubbuun namoota 7 darbe
Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)- Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 7 yoo darbe.
Akkasumaas balichaan namoota afur irra miidhaan cimaan…
Mootummaan naannoo Oromiyaa, duub-deebii kenname akka galteetti fudhatee hojiitti kan hiiku ta’a…
Finfinnee, Bitootessa 18, 2016 (FBC) – Gareen Suupparvizhinii Federaalaa,Ministira Ministeera Raayyaa Ittisa Dooktar.Abrahaam Balaayin duurfamu suupparvizhinii Naannichatti taasiisaa turee…