Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Taayyeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ruwaandaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Ruwaandaa Jeen Chaarlis Kaaraabaa waliin…
Waadaa Keenya Nihaaromsina; Injifannoo Caalmaa Nigalmeessina! – Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC) – Waadaa Keenya Nihaaromsina; Injifannoo Caalmaa Nigalmeessina! Jedhan Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Sagantaa Ashaaraa Magariisaaf biqiltuuwwan biiliyoona 6.3 qophaa’aniiru-Ministeera Qonnaa
Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC)- Sagantaa Ashaaraa Magariisaa baranaaf biqiltuuwwan biiliyoona 6.3 qophaa’uu Ministeerri Qonnaa beeksise.
Hoji Raawwachiisaan Dursaa Qajeelchaa…
Barattoonni kumni 675 ol qormaata Naannoo kutaa 8ffaa ni fudhatu-BBO
Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC) – Oromiyaatti bara barnootaa kana barattoonni kumni 675 fi 900 ol qormaata naannoo kutaa 8ffaa kan fudhatan ta’uu Biiroo Barnootaa Oromiyaa beeksise.…
Paartichi Mul’ata Itiyoophiyaa Fakkeenya Badhaadhina Afrikaa taasiisuuf qabateen Injifannoo…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa mul'ata Itiyoophiyaa fakkeenya badhaadhina Afrikaa taasiisuuf qabateen injifannoo irraa injifannootti ce'aa jiraachuu…
Balaa Tiraafikaa Naannawaa Arba Miincitti mudateen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC)-Godina Gamoo Naannawaa Arbaa Miincitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 darbu Poolisiin Godinicha ibse.
Balichaan konkolachisaa…
Paartiin Badhaadhinaa Paartii qabsoo hadhaawaa ummatichaan dhaloota haaraa caba kaleessaa…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC) – Injifannoon waggoota darban galmeessine cabiinsi diinagdeefi siyaasaa fayyuu akka danda'u mul'iseera jedhan Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Shimallis…
Konfiransiin waliigalaa miseensota Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC) – Konfiransiin waliigalaa miseensota Paartii Badhaadhinaa damee Oromiyaa Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira.
Konfiransichi mata…
Soomaa Ramadaanaa fi Sooma Faasikaa sababeeffachuun sagantaan waloo kadhannaa fi Afxiraa gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)-Soomaa Ramadaanaa fi Sooma Faasikaa sababeeffachuun sagantaan waloo kadhannaa fi Afxiraa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeeffameera.…
Humni elektirikii addaan citee ture guutummaatti deebi’uun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 19, 2016 (FBC)-Guutuu Biyyattiitti humni elektirikii addaan citee ture guutummaatti deebi'uu Humni Elektirikii Itiyoophiyaa ibse.
Har'a sa'aatii 9:46 irraa eegalee…