Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsa magaalaa Cirootti harka qalleeyyiif deeggarsi taasifame
Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Bulchiinsa magaalaa Cirootti Sooma Ramadaanaa sababeeffachuun harka qalleeyyii 400 oliif deeggarsi akaakuu garaagaraa taasiifameera.
Waldaaleen…
Konfiransiin Miseensota Paartii Badhaadhinaa damee naannoo Amaaraa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Konfiransiin Miseensota Paartii Badhaadhinaa damee naannoo Amaaraa magaalaa Bahirdaariitti gaggeeffamaa jira.
Konfiransiin kun mata duree "Waadaa…
Paartiin Badhaadhinaa qormaata cimaa keessatti paartii milkaa’ina jajjabaa galmeessaa jiruudha –…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Paartiin Badhaadhinaa qormaata cimaa keessatti paartii milkaa’ina jajjabaa galmeessaa jiru ta’uu Pireezidaantii Itti Aanaan Paartii Badhaadhinaafi Itti…
Paartiin Badhaadhinaa paartii jecha gochaan agarsiisaa jiruudha – Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Konfiransiin waliigalaa miseensota Paartii Badhaadhinaa dhaabbilee Federaalaa gaggeeffamuu Finfinnee Galma Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeeffamaa…
Bulchiinsi magaalichaa waggoottan sadan itti aanan keessa giddu galoota Ispoortii fi bakka tapha…
Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Giddu gala Ispoortii Kutaa Magaalaa Liddataa Naannawaa Bisraata Gabri'eel jedhamutti ijaarame…
Konfiransiin waliigalaa miseensota Paartii Badhaadhinaa dhaabbilee Federaalaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 21, 2016 (FBC) – Konfiransiin waliigalaa miseensota Paartii Badhaadhinaa dhaabbilee Federaalaa Finfinnee Galma Yaadannoo Injifannoo Adwaatti gaggeeffamaa jira.…
Sirni Afxiraa Pireezidaanti Saahilawarqi Zawideen irratti argaman gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC)-Sirni Afxiraa Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen irratti argaman Faawundeeshinii Tola Ooltummaa Kaaliiditti gaggeeffameera.
Saganticharratti…
Obbo Taaggasaa Caafoon Sagantaa Yaadannoo Afyaa’ii duraanii Ugaandaarratti hirmaatan
Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC)- Afyaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Obbo Taaggasaa Caafoon Sagantaa Badhaasaa Yaadannoo Afyaa’ii Duraanii Ugaandaa Jaakoob Olaaniyaa Inteebeetti…
“Hidhi Haaromsaa kooti” kan jedhu Itiyoophiyaanota keessatti miira abbummaa olaanaa uumeera-Amb.…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC)- “Hidhi Haaromsaa kooti” kan jedhu Itiyoophiyaanota keessatti miirri abbummaa fi kaka’umsaa olaanaan akka uumamu taasisuu Ameerikaatti Ambaasaaddarri…
Naannoo Gaambeellaatti qaamolee tokkummaa diiguuf hojjetan saaxiluun hawaasni tumsa taasisu akka…
Finfinnee, Bitootessa 20, 2016 (FBC)- Naannoo Gaambeellaatti humnootii fiinxaaleyyii tokkummaa ummataa diiguuf hojjetan saaxiluu keessatti hawaasni tumsa taasisu akka cimsu Koomishiniin…