Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy bakka bu’oota Paartilee Siyaasaa garaagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka bu’oota Paartilee Siyaasaa garaagaraa waliin mari’ataniiru.
Kaayyoon keenya jalqabaa hojiilee…
Qonna Arfaasaa bara kanaan callaa kuntaala miiliyoona 81.852 ol argachuuf karoorfamee hojjetamaa…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC) – Qonna Arfaasaa bara kanaan lafa hektaara miiliyoona 3.1 ol misoomsuun callaa kuntaala miiliyoona 81.852 ol argachuuf karoorfamee hojjetamaa jiraachuu…
Balaa tiraafikaan lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Godina Geedewootti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota sadii darbuun eerame.
Balichis konkolaataan Dillaarraa ka’uun imalaa ture konkolaataa…
Pireezidaanti Saahilawarqi Pireezidaantii Qaxxaamura Diimaa fi Federeeshinii Baatii Diimaa Idil…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Eegduu Olaantuun Waldaa Qaxxaamura Diimaa Itiyoophiyaa fi Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zaawdeen, Pireezidaantii Qaxxamuraa Diimaa fi Federeeshinii…
Magaalaa Adaamaa,Walisoo fi Shaggaritti Injifannoo Bitooteessa 24 sababeefachuun marii Paanaalii…
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC) – Magaalaa Adaamaa, Walisoo fi Shaggaritti Injifannoo Bitooteessa 24 sababeefachuun mariin Paanaalii mata duree ‘Injifannoo Arganne Tikfachaa kan…
Raadiyoon Quunnamtii gochaa shororkeessummaaf oolfamuuf turee to’atame
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)-Biyya keessa galfamuun gochaa shororkeessummaaf oolfamuuf kan ture Raadiyoon Quunnamtii Dirree Waraanaa to’annoo jala oolfamuu Poolisiin Godina Geedi’oo…
Magaalota Godinaalee Oromiyaatti Injifannoo Bitootessa 24 ilaalchisee mariin paanaalii gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)- Oromiyaa Magaalota godinaalee garagaraatti Injifannoo Bitootessa 24 ilaalchisee mariin paanaalii gaggeeffame.
Haaluma kanaan Bulchiinsa Magaalaa…
Magaalichatti ragaalee qabiyyee lafaa Kuma 670 ol diijitaala taasiisuun danda’amuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti baatiwwaan jahan darban ragaalee qabiyyee lafaa Kuma 670 ol diijitaala taasiisuun danda’amuu Biiroon Bulchiinsaa fi Misooma Lafaa…
Miseensonni MMBBU misoomaa kooridaarii Finfinnee daawwatan
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)-Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa misooma kooridaarii Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jiran daawwataniiru.
Daawwannicharratti Kantiibaan…
Walisootti harka qalleeyyii 950f deeggarsi Birri miiliyoona 1.5 taasifame
Finfinnee, Bitootessa 23, 2016 (FBC)-Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Magaalaa Walisoo Dhaabbata Beekaa waliin ta'uun sooma Ramadaanaa sababeeffachuun harka qalleeyyii 950’f deeggarsaa…