Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyoota kurnan itti aanan haalli qilleensaa Rooba uumuuf gumaacha qabu cimee itti fufa jedhame
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Guyyoota kurnan itti aanan haalli qilleensaa Rooba uumuuf gumaacha qabu cimee kan itti fufu ta’uu Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa…
Rasaasni yakka shororkeessummaaf ooluuf ture to’atame
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC) – Rasaasni Kilaashin Koovii yakka shororkeessummaaf ooluuf ture kumni 5 fi 426 to’atamuu Poolisiin Federaala beeksise.
Rasaasni yakka…
MM Dooktar Abiy Buufata Xiyyaaraa Magaalaa Godee eebbisiisan
Finfinnee, Guraandhala 4, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Buufata xiyyaaraa Magaalaa Godee eebbisiisaniiru.
Dooktar Abiy, “Buufata Xiyyaaraa Ugaaz Miiraad, Naannoo…
Adwaan Injifannoo addunyaa walga’eedha-Pir. Saahilawarqi
Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)-Adwaan biyyaa fi Ardiirra darbee injfannoo addunyaa walga’eedha jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen ibsan.
Sirna eebbaa Yaadannoo…
Adwaa gatii dhabsiisuun lafee fi dhiiga abbootii gatii dhabsiisudha-MM Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)- Yaadannoo Injifannoo Adwaa gatii dhabsiisuun dhiigaa fi lafee abbootii gatii dhabsiisuu akka ta’uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Yaadannoon Adwaa hanqinaa fi dogoggora seena kan guutuu fi qajeelchudha-Aadde Adaanech
Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)- Yaadannoon injifannoo Adwaa hanqinaa fi dogoggora seenaa kan guutuu fi qajeelchu, cabiinsa kan wal’aanuudhas jedhan Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa…
Sanyii Avokaadoo ‘Haas’ jedhamu bal’inaan misoomsuuf hojjatamaa jira-BQO
Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti barana sanyii Avokaadoo ‘Haas’ jedhamu bal’inaan misoomsuuf hojjatamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Hogganaan…
Gola Yaadannoo Injifannoo Adwaa
Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)- Pirojektiin Yaadannoo Injifannoo Adwaa Finfinnee Birbirsa Goorootti (Piyaassaa) lafa hektaara 5 irratti kan ijaarame yoo ta’u, lafaa gaditti darbiiwwan…
MM Dooktar Abiy Ahimad Yaadannoo Injifannoo Adwaa eebbisan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)- MInistirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pirojektii Yaadannoo Injifannoo Adwaa Finfinneetti ijaarame eebbisaniiru.
Sirna eebbichaarratti…
Adwaan injifannoo keenya; hambaa keenyas-TKM
Finfinnee, Guraandhala 3, 2016 (FBC)- Adwaan injifannoo fi hambaa keenya jechuun Tajaajilli Kominikeeshnii Mootummaa ibse.
Tajaajilichi ibsaa baaseen, Itiyoophiyaan biyyoota sirna…