Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministiroonni Dhimma Alaa biyyoota garaagaraa Finfinnee galaa jiru
Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) - Ministiroonni Dhimma Alaa biyyoota garaagaraa Walga'ii idilee Hojii Raawwachiiftootaa 44ffaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaa jiru.…
Hoggantootaa fi miseensota ergama isaanii gootummaan raawwataniif simannaan taasiifame
Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) - Hoggantootaa fi miseensota Poolisii Federaalaa ergama isaanii gootummaan raawwatanii deebi'aniif simannaan taasiifameera.
Hoggansa addaa farra…
Itiyoophiyaa fi Ruwaandaan tumsaan hojjechuuf walii galan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaa fi Ruwaandaan dhimmoota shanirratti tumsaan hojjechuuf waligalaniiru.
Walga’iin waloo 3ffaan Komishiinii Ministiroota Itiyoophiyaa fi…
Waliigaltee Piriitooriyaa guutummaatti hojiitti hiikuuf hojjetamaa jira – Ambaasaaddar Misgaanuu…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Mootummaan Waliigaltee Piriitooriyaa guutummaatti hojiitti hiikuuf hojjechaa jiraachuu Ministir Deetaan Ministira Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu…
Oromiyaatti baatiiwwan jahan darban lammiilee miiliyoona 1.6 carraan hojii umamame
Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Naannoo Oromiyaattii baatiwwan jahan darban lammiilee miiliyoona 1.64 ‘f carraan hojii Dhaabbii uumamuu Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa naannicha…
Ambasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Muusaa Faakii Mahaammat waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa Ambasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Muusaa Faakii Mahaammat waliin mari’ataniiru.…
Golli Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwattootaaf banaa ta’e
Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Golli Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwattootaaf banaa ta’eera.
Guyyaa har’aa hoggantoonni olaanoon kutaalee magaalaa Finfinnee Gola Hambaa…
Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 37ffaan nagaan akka xumuramu qophiin taasiifamuun gara hojiitti…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Yaa’iin Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 37ffaa fi Hojii Raawwachiiftootaa 44ffaan nagaan akka xumuramu qophii barbaachisu taasiisuun gara hojiitti galamuu…
Aadde Adaanach Emireetoota Araba Gamtoomanitti Yaa’ii DhMG irratti hirmaachaa jiru
Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Emireetoota Araba Gamtoomaniitti Yaa’ii Dhaabbata Mootummaata Gamtoomaniirratti hirmaachaa jiru.…
Dooktar Abiy Ahimad Piroojektii Bishaan Dhugaatii Qulqulluu Magaalaa Jigjigaa daawwatan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti Piroojektii Bishaan Dhugaatii qulqulluu marsaa 2ffaa daawwataniiru.…