Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raawwii pirojektootaa naannawaa Inisheetiiviin Gaanfa Afrikaa gamaaggame
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Raawwii pirojektoota naannawaa Inisheetiivii Gaanfa Afrikaa gamaaggamameera.
Itiyoophiyaan fayyadamtuu olaantuu inisheetiivichaa fi…
Itiyoophiyaan tasgabbii fi walitti hidhamiinsa diinagdeef kutannoon hojjetti-Amb. Taayyee
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan tasgabbii fi walitti hidhamiinsa diinagdeef kutannoon kan hojjettu ta’uu Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsqasillaaseen…
Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaan Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Xaaliyaanii waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Raayyaa Ittisa Biyyaa Fiildi Maarshaal Birhaanuu juulaan Itaamaajoor Shuumii Waliigalaa Xaaliyaanii Adimiiraala…
Amaariffi Afaan Hojii Gamtaa Afrikaa akka ta’u Itiyoophiyaan gaafatte
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Afaan Amaaraa Afaan Hojii Gamtaa Afrika akka ta’uuf gaaffii dhiyeessite.
Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaddar Taayyee…
Walga’ii Idileen Mana Maree Raawwaachiistotaa Gamtaa Afrikaa 44ffaan eegale
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Walga’iin Idilee Mana Maree Raawwaachiistotaa Gamtaa Afrikaa 44ffaan ga’a Galma Gamtichaatti eegaleera.
Walga’ichi mata duree “Barsiisaa…
Boru marii ummataa magaalota 20tti gaggeeffama
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Guyyaa boruu magaalota garaagaraa 20’tti mariin ummataa kan gaggeeffamu ta’uun ibsame.
Waltajjichi mata duree “Obbolummaa…
Dooktar Abiy Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Gaanfa Afrikaatti Ergamaa Addaa Ameerikaa Mikaa’eel Hamarii fi Barreessaa Gargaraa Dhimmootaa Afrikaa…
Miidhaa Simbirroo Girrisaan ga’uuf furmaanni akka kennamuuf Qonnaan Bultoonni gaafatan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Qonnaan bultoonni Godinaa Harargee Bahaa Aanaa Baabbilee fi Gursum miidhaa Simbirroo Girrisaan qamadii misoomsanirraan ga’aa jiruuf furmaanni akka…
Somaaliyaatti haleellaa Alshabaab raawwateen gaddi itti dhagahamuu mootummaan ibse
Finfinnee, Guraandhala 6, 2016 (FBC)- Somaaliyaatti haleellaa Alshabaab raawwateen gaddi itti dhagahamuu Mootummaan Itiyoophiyaa ibse.
Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaaddar…
Qorannoo hanga ammaatti adeemsifameen naannoon Oromiyaa lafa hektaara miiliyoona 6.6 jallisiin…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2016 (FBC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa haala qabatamaa jiru hubachuun uwwisa bu’uuraalee jallisii dabaluuf hojiitti galuu Pireezidaantii naannichaa Obbo Shimallis…