Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dooktar Abiy daawwannaa Ruwaandaa xumuruun deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC)-Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ruwaandaa Kiigaaliitti daawwannaa hojii taasisan xumuruun gara Itiyoophiyaatti deebi'aniiru.
Dooktar Abiy…
Jilli hooggansa Itiyoophiyaa hooggantoota Saa’ud Arabiyaa waliin mari’ate
Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) - Jilli hooggansa Itiyoophiyaa Ministirri Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Birtukaan Ayyaanoon durfamu hooggantoota Saa"ud Arabiyaa waliin…
Ruwaandaan dhumaatii hamaa lammiilee biyyattii mudatee ture akka dandamattu gumaacha Itiyoophiyaan…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) - Guyyaan yaadannoo dhumaatii lammiilee Ruwaandaa waggaa 30ffaan yaadaatameera.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dabalatee hoggantoonni…
Waayita ‘ Kiiwiibuukaa 30’n yaadatamu Itiyoophiyaan Lammiilee Ruwaandaa cinaa…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sagantaa Yaadannoo waggaa 30ffaa “Kwibuka” Ruwaandaa irratti hirmaataniiru.
Uummanni Ruwaandaa waayita…
Injiffannoon argame wal harkaa fuudhinsa dhalootaan kan argameedha- Obbo Fiqaaduu Tasammaa
Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) - Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Faqaaduu Tasamnaan Gamoo Waajjira paartii badhaadhinaa damee Qellam Wallaggaa…
Jijjiiramichi ummata naannichaa fayyadamoo taasiseera – Obbo Ashaadilii Hasan
Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) - Jijjiiramni sadarkaa biyyaalessaatti argame ummata naannichaa fayyadamoo taasisuu Pireezidaantiin naannoo Beenishaanguul Gumuz Obbo Ashaadilii Hasan…
Jilli Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Godina Qellem Wallaggaatti Gamoo Waajjira Paartii Badhaadhinaa…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2016 (FBC) - Jilli Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaan durfamu Gamoo Waajjira Damee Godina Qellem Wallaggaa hirmaannaa…
Kiigaaliitti ijaarsa gamoo Embaasii Itiyoophiyaaf dhagaan bu’uuraa kaa’ame
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)-Ministirri Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ruwaandaa Kiigaaliitti ijaarsa gamoo Waajjira Embaasii Itiyoophiyaaf dhagaa bu'uuraa…
Finfinnee fi Kiigaaliin waliigaltee obbolummaa mallateessan
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)-Magaalaan Finfinnee fi Magaalaan Kiigaalii waliigaltee obbolummaa mallateessaniiru.
Waliigaltichas Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde…
Yeroo ammaa hidhattoonni kumaatamaan lakkaawaman karaa nagaan galaa jiru-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)-Yeroo ammaa hidhattoonni kumaatamaan lakkaawaman dararaa ummata isaanitti dhuma gochuuf karaa nagaan galaa jiraachuu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa…