Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kurfaa Calleetti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 2 darbe
Kurfaa Calleetti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 2 darbe
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC)-Godina Harargee Bahaa Aanaa Kurfaa Calleetti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 2…
Magaaloonni Itiyoophiyaa waggaan % 5.4 guddina agarsiisaa jiru jedhame
Finfinnee, Hagayya 26, 2016 (FBC) - Magaaloonni Itiyoophiyaa waggaan % 5.4 guddina agarsiisaa jiraachuu Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu'uraalee misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin himan.…
Biyyi cimtuun sirna haqaa cimaan ijaaramti – Obbo Guyyoo Waariyoo
Finfinnee, Hagayya 26, 2016 (FBC) - Biiroon Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa Yaa'ii 4ffaa Abbootii Alangaa Naannoo Oromiyaa Magaalaa Shaashamanneetti gaggeesseera.
Yaa'ichi mata duree ''…
Dhaabbatichi lammiilee Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan miidhamaniif Birrii miiliyoona 11.3…
Finfinnee, Hagayya 26, 2016 (FBC) - Itiyoo Teeleekoom lammiilee Godina Goofaatti balaa sigiga lafaan miidhamaniif Birrii miiliyoona 11.3 deeggarsa taasiseera.
Karaa ergaa gabaabaa 8091…
Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajni Bahaa hundeeffamasaa waggaa 47ffaa sababeeffachuun agarsiisa adda…
Finfinnee, Hagayya 26, 2016 (FBC) - Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajajni Bahaa hundeeffamasaa waggaa 47ffaa sababeeffachuun agarsiisa garaagaraa qopheesseera.
Agarsiisa kanas Raayyaa Ittisa…
Boorana Bahaatti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 8 darbe
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Godina Boorana Bahaa Aaanaa gooroo Doolaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 8 darbe.
Balichi Konkolaataa deddeebisaa ummataa Doolfiin…
Imalli bu’aa qabeessummaa eegalaman cimanii itti fufu-Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Bara haaraatti goleewwan Itiyoophiyaa irraa hafaa akka oomishaniif imalli bu’aa qabeessummaa eegalaman cimanii akka itti fufan Pireezidantii Itti Aanaa…
Har’a kooridaroota haaraa yoo eegalchiisnu misoomaa fi suphaan taasifaman boqonnaa irra ga’ame kan…
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Har’a kooridaroota haaraa yoo eegalchiisnu misoomaa fi suphaan taasifaman boqonnaa irra ga’ame darbanii kan ce’an ta’u yaadachuu qabna jedhan Ministirri…
Booqaa Birraa Araarafi Nagaa Oromoo Deebisuun Haa Qeeballu-Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)-Booqaa Birraa Araaraa fi Nagaa Oromoo Deebisuun Haaqeeballu jedhan Pireezidaantiin Bulchiinsa Mootummaa naannoo oromiyaa Shimallis Abdiisaan.…
Hojiin jiraattoota naannawaa sodaa sigiga lafaa qaban jiraatan bakka biraa qubsiisuun eegalame
Finfinnee, Hagayya 25, 2016 (FBC)- Godina Jimmaatti jiraattoota aanaalee sodaa sigiga lafaa qaban lama keessa jiraatan hojiin bakka biraa qubsiisuun eegalamuun ibsame.
Itti Gaafatamtuun…