Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waldaan Namoota Rakkoo Guddina Sammuu Qabanii fi Diibooraa Faawundeeshin daawwataman
Finfinnee, Sadaasa 30, 2012 (FBC) - Itti aantuun af yaa'ii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa aadde Shittaayee Minaalan miseensota koree dhaabbii mana marichaa addaddaa waliin Waldaa Namoota…
Agarsiistun ragaa staatiistiiksii ammeentaa jireenyaa, barnootaa fi galii kaappitaalaa %65.8 dabaluu…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2012 (FBC) - Agarsiistun ragaa staatiistiiksii ammeentaa jireenyaa, barnootaa fi galii kaappitaalaa %65.8 dabaluu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti dameen…
Walga’iin ministiroota dhimma alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Waashiingitanitti…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2012 (FBC) - Walga'iin ministiroota dhimma alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Waashiingitanitti gaggeeffamaa ture xumurame.
Walga'ii Hidha Haaromsaarratti…
Muummeen ministiraa Dooktar Abiy miseensota koree Noobeelii waliin Noorweeyitti walga’an
Finfinnee, Sadaasa 30, 2012 (FBC) - Muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad miseensota koree badhaasa Noobeelii waliin Noorweeyitti walga’an.
Dooktar Abiy guyyaa har’aa magaalaa…
MM Dr Abiy, muummee ministiraa Swiidin Steefan Loovan waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, muummee ministiraa Swiidin Steefan Loovan waliin mari'atan.
Turmaata isaanitiinis dhimmoota hariiroo biyyoota…
Hojiin dhaabbii tarbaayinoota madda anniisaa bubbee Ayshaa, 6 xumurame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) - Hojiin dhaabbii tarbaayinoota madda anniisaa bubbee Ayshaa, 6 xumurame
Tarbaayinoonni dhaabaman hojii yaalidhaaf qophii ta'uu hoji gaggeessaan…
Waltajjiin Hoggantoota Afrikaa, Kaariibiyaanii fi biyyoota Paassifikii 9ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) - Waltajjiin Hoggantoota Afrikaa, Kaariibiyaanii fi biyyoota Paassifikii 9ffaan Keeniyaa Naayroobiitti gaggeeffamaa jira.
Jilli Ityoophiyaa Ambaasaaddar…
Hoggantoonni ittisaa Somaalii Laand Raayyaa Ittisaa FDRItti ajajaa damee bahaa waliin…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) - Hoggantoonni ittisaa Somaalii Laand Raayyaa Ittisaa FDRItti ajajaa damee bahaa waliin mari'atan.
Turmaata isaanii Dirree Dawaatin dhimmoota nageenya…
Fiinlaand filannoo Ityoophiyaa deeggaruuf waliigaltee Yuuroo kuma dhibba 8 mallatteessite.
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) - Fiinlaand filannoo Ityoophiyaa deeggaruuf waliigaltee Yuuroo kuma dhibba 8 mallatteessite.
Waliigaltichi kan mallatteesse Fiinlaandii fi Sagantaa…
Humna nagaa kabachiisaa raayyaa ittisa biyyaa FDRI ergama Dhaabbata Mootummoota Gamtooman jalatti…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) - Humna nagaa kabachiisaa raayyaa ittisa biyyaa FDRI ergama Dhaabbata Mootummoota Gamtooman jalatti Abiyeetti bobba'eef badhaasni kenname.
Badhaasichas…