Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qorannoon addaa dhaabbilee mootummaa fi dhuunfaa irratti taasiifamaa ture ifoome
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) –Qorannoon addaa Raapoortaraa jila Maaster Daaviid Kaayeeniin durfamu dhaabbilee mootummaa fi dhuunfaa Ityoophiyaa irratti torbee lamaaf taasiifamaa ture…
Obbo Shimallis preezdaantii Mana Maree Daldalaa Jibuutii fi miseensota mana marichaa waliin…
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) - Itti aanaan preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan preezdaantii Mana Maree Daldalaa Jibuutii fi miseensota mana marichaa…
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gitasaanii Noorweey Eernaa Soolbarg waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gitasaanii Noorweey Eernaa Soolbarg waliin mari'atan.
Marichaanis dhimmoota hariiroo biyyoota isaanii…
Meeshaan Kontiroobaandii fi Doolaarri Ameerikaa Birrii miiliyoona 7.7tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Mudde 1, 2012 (FBC) - Koomiishiniin Guumruukaa damee Kombolchaa meeshaa koontiroobaandii fi Doolaara Ameerikaa Birrii miiliyoona 7.7tti tilmaamamu to’ateera.
Konkolaataan…
Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa paartilee adeemsa galmeerra turaniif beekamtii laate
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa paartilee adeemsa galmeerra turaniif beekamtii laate.
Haaluma kanaan paartileen beekamtii fi waraqaa…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen jila Saawdii Arabiyaa waajjira isaaniitti simachuun mariisisan.
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) – Preezdaant Saahilawarq Zawdeen jila Saawdii Arabiyaa waajjira isaaniitti simachuun mariisisan.
Jilichi jijjiirramni Ityoophiyaatti gaggeeffaa jiru…
Biyya miidhaa dubartootaarraa bilisa taate uumuuf hunduu xiyyeeffannaan hojjechuu qaba jedhe…
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) – Biyya miidhaa dubartootaarraa bilisa taate uumuuf hunduu xiyyeeffannaan hojjechuu qaba jedhe Ministeerri Dubartoota, Daa'immanii fi Dargaggootaa FDRI.…
Biyyoota Eesiyaatti Hidha Haaromsaarratti hubannaa uumuuf hojjetameera jedhe Indooneezhiyaatti…
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) – Biyyoota Eesiyaatti Hidha Haaromsaarratti hubannaa uumuuf hojjetameera jedhe Indooneezhiyaatti Imbaasiin Ityoophiyaa.
Indooneezhiyaatti…
Sirna dhiifama sirreeffamtoota sadarkaa biyyaatti walfakkaataa taasisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) – Abbaan Alangaa Waliigalaa FDRI Sirna dhiifama sirreeffamtoota manneen sirreessaa Federaalaa fi Naannoolee sadarkaa biyyaatti walfakkaataa taasisuuf qorannoo…
Obbo Ammahaa Makoonnan ‘mirga namoomaa fi olaantummaa seeratiin’ badhaafaman
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) – Obbo Ammahaa Makoonnan 'mirga namoomaa fi olaantummaa seeratiin' badhaafaman.
Obbo Ammahaan badhaasa 'mirga namoomaa fi olaantummaa seeratiin' badhaasa…