Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee Ejansiin Soorata Barattoota akka hundaa’u murteesse
Finfinnee, Muddee 4, 2012 (FBC) - Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee Ejansiin Soorata Barattoota akka hundaa’u murtee dabarse.
Hundaa’uun ejansichaa bara baajataa qabametti dhiyeessi…
Manni Maree Minsterootaa dhimmoota garagaraa irratti mari’achuun murtii dabarse
Finfinnee, Muddee 4, 2012 (FBC) - Manni Maree Minsterootaa yaa’ii idileessaa 77ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garagaraa irratti mari’achuun murtii dabarseera.
Manni marichi wixinee…
Tarsiimoon filannoo waltajjii dhaabbilee hawaasa siiviilii qophaa’aa jira jedhame
Finfinnee, Muddee 4, 2012 (FBC) - Tarsiimoon filannoo waltajjii dhaabbilee hawaasa siiviilii qophaa'aa jira jedhame.
Filannoon dhuftu karaa demokraasawaa fi amanamaa ta'een akka xumuramu…
Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuman gorsaa dhimma diinagdee fi…
Finfinnee, Muddee 4, 2012 (FBC) - Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuman gorsaa dhimma diinagdee fi daldalaa Chaayinaa Liiw Yuu waliin mari'atan.
Marichaan…
Deeggartoonni misoomaa Ityoophiyaaf deeggarsa Doolaara Ameerikaa Biiliyoona 3 gumaachuuf waadaa…
Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) - Deeggartoonni misoomaa fooyya'insa dinagdee biyya keessaaf kan oolu doolaara Ameerikaa biliyoona 3 gumaachuuf waadaa galaniiru.
Muummeen Ministira…
Ambaasaaddar Shifarraaw, MM Sudaan Abdallaa Haamdook waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) - Sudaanitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Shifarraaw Jaarsoon, muummee ministiraa mootummaa cee'umsaa Sudaan Abdallaa Haamdook waliin mari'atan.
Ambaasaaddar…
Ministeerri Qonnaa Proojaktii Misooma Qabeenya Beelladaa fi Qurxummiif konkolaattoota dhibba 1 fi 22…
Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) - Ministeerri Qonnaa Proojaktii Misooma Qabeenya Beelladaa fi Qurxummiif konkolaattoota dhibba 1 fi 22 deeggarsaan laate.
Furtuu konkolaattootaa minstirri…
Fooramiin qindoomina qamolee haqaa hundeeffame
Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Fooramiin qindoomina qaamolee haqaa naannoo Oromiyaa hundeeffame.
Fooramichi sirna haqaa naannichaa ammayyeesuuf ga'ee ni qabaata jedhameera.
Manni…
Preezdaant Saahilawarq daayreektara olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) - Preezdaant Saahilawarq Zawdeen daayreektara olaanaa Sagantaa Nyaata Addunyaa Deeviid Biizlii waliin mari'atan.
Preezdaant Saahilawarq daayreektaricha…
Ityoophiyaa fi Noorweey hariiroo isaanii cimsuuf kan hojjetan ta’uun ibsame
Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Noorweey hariiroo isaanii cimsuuf kan hojjetan ta'uun ibsame.
Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI Dooktar Maarqoos Takleen itti…