Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaanti Saahilawarq Zawdee Frewaynii Mabiraahtuun simachuun mari’atan
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) - Preezdaanti Saahilawarq Zawdee badhaasa “ Gootummaa” bara Faranjoota 2019 CNN injifatte Frewaynii Mabiraahtuu simachuun mari’ataniiru.
Preezdaanti…
Waltajiin marii mata duree “dhaloota haaraa” jedhuun Finfinnee gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) - Waajjira muummee ministiraan kan qophaa’uu fi waltajiin marii mata duree “dhaloota haaraa” jedhuun Finfinnee hoteela Hiiltanitti gaggeeffamaa jira.…
Preezdaanti Isaayyas Afawarqii Finfinnee galan
Finfinnee, Muddee 15, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Eertiraa Isaayyas Afawarqii daawwannaa hojiif har’a Finfinnee galaniiru.
Preezdaanti Isaayyas waliin Ministirri Ministira Dhimma Alaa…
Filannoo biyyoolessaa bara 2012 Caamsaa keessa gaggeessuuf qophiin taasifamaa jira – boordicha
Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Filannoo biyyoolessaa bara 2012 Caamsaa keessa gaggeessuuf qophiin taasifamaa jiraachuu Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa beeksise.
…
Shakkamtoonni daawitii konkolaataa cabsanii Birrii kuma 600 hatan qabaman
Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Shakkamtoonni daawitii konkolaataa cabsanii Birrii kuma 600 hatanii miliquuf yaalan qabaman.
Koomiishiniin Poolisii Finfinnee akka beeksisetti hattoonni…
Daldala alaa cimsuun diinagdee biyyattii guddisuun barbaachisaa akka ta’e ibsame
Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Daldala alaa cimsuun diinagdee biyyatti guddisuun barbaachisaa akka ta’e Ministeerri Daldalaa fi Induustirii beeksise.
Waajjirri ministeerichaa…
Mariin Hidha Haaromsaarratti Kaartuumitti gaggeeffamaa ture milkiin xumuramuu Ministeerri Bishaan,…
Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Mariin marsaa 3ffaa Hidha Haaromsaarratti Kaartuumitti gaggeeffamaa ture milkiin xumuramuu Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii beeksise.…
Manni marichaa wixineewwan labsii raggaasise
Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa walga'iisaa har'a gaggeessen labsiiwwan adddaarratti ega mari'ateen booda raggaasise.
Manni marichaa walga'ii idilee…
Tuuriizimiin Ityoophiyaa galii madaalamaa akka argamuuf hojjetama jira jedhe
Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) - Tuuriizimiin Ityoophiyaa bakkeewwaan daawwaanaa biyyattiin qabdu waliin galii madaalamaa akka argamuuf hojjetama jirachuu ibsame.
Daayreekteerri…
Weerarri awwaannisaa Baalee aanaa Raayituutti mudate
Finfinnee, Muddee 14, 2012 (FBC) – Weerarri awwaannisaa naannoo Oromiyaa godina Baalee aanaa Raayituutti mudate.
Waajjirri Dhimmoota Koominikeeshinii Aanaa Raayituu akka beeksisetti…