Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerri Qonnaa FDRI oomishti qonnaan bulaa akka hin qisaasamne yaadachiise
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Ministeerri Qonnaa FDRI oomishti qonnaan bulaa akka hin qisaasamne yaadachiise.
Ministeerichi oomishti sassaabbame sirnaan akka kaa'amus dhaamera.…
Manni Maree Nageenyaa Dubartoota Biyyoolessaa hundaa’e
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Manni Maree Nageenyaa Dubartoota Biyyoolessaa hundaa'e.
Manni marichaa hundaa'uun kan ifoome Ministeerri Nageenyaa fi 'Jastiis foor Ool' fi…
Ityoophiyaanonni 102 Sudaanii gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni 102 Sudaanii gara biyyaa deebi'an.
Sudaanitti Imbaasiin Ityoophiyaa, Waajjira Ittisaa fi To'annaa Daddabarsa Namoota Seeran…
Ityoophiyaan lammiilee Soomaaliyaatif deeggarsa qorichaa laatte
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan lammiilee Soomaaliyaa balaa lolaatin miidhamaniif deeggarsa qorichaa laatte.
Ityoophiyaan deeggarsa dawaa kana kan laatte…
Preezdaant Saahilawarq Liillii Yooseef waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen hoji gaggeessituu fi hundeessituu Faawundeeshinii Taanjabil Hoopp Liillii Yooseef waliin mari’atan.…
Agarsiisni bunaa idil addunyaa 2ffaan Ityoophiyaatti gaggeeffamuufi
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Agarsiisni, koonfaransii fi baazaariin bunaa idil addunyaa 2ffaan Ityoophiyaatti gaggeeffamuufi.
Buna Ityoophiyaa gabaa addunyaatti beeksisuuf asxaan…
Naannon Amaaraa sirreeffamtoota 2,135 dhiifama godhe
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) – Naannon Amaaraa sirreeffamtoota 2,135 dhiifama godhe.
Sirreeffamtoonni kanneen mana amala sirreessaatti naamusa gaarii kan agarsiisan ta'uu Abbaan…
Tasgabbiin dhabamuun hojii humnoota hokkara uumaniiti – ministeericha
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Dhaabbilee barnoota olaanootti sababiin tasgabbiin dhabamuu shira hojii humnoota hokkara umaniiti jedhe Ministeerri Saayinsii fi Barnoota Olaanoo FDRI.…
Yuunvarsiitin Finfinnee hayyoota 4f sadarkaa proofeesarummaa laate
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Yuunvarsiitin Finfinnee hayyoota 4f sadarkaa proofeesarummaa laate.
Yuunvarsiitichi Koolleejjii Qorannaa Misooma Biyyaa, Koolleejjii…
Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Finfinnee proojaktoota ijaarraman ebbisiise
Finfinnee, Muddee 24, 2012 (FBC) - Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee proojaktoota daandiiwwanii 16 fi riqaalee 7 ijaarsi isaanii xumurame ebbisiise.…