Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Galmeen tajaajjila tola ooltummaa waggaa tokkoof turu eegalame
Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) – Galmeen tajaajila tola ooltummaa waggaa tokkoof turu guutuu biyyattiitti eegalame.
Tajaajila kana laachuuf tola ooltoonni dhaabbilee barnootaa olaanoo…
Preezdaantiin naannoo Amaaraa obbo Tamasgeen dhaabbilee amantaa gubatanii fi miidhaman daawwatan
Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) – Preezdaantiin mootummaa naannoo Amaaraa obbo Tamasgeen Xiruunah dhaabbilee amantaa gubatanii fi miidhaman daawwatan.
Obbo Tamasgeen dabalatee, hogganaan…
Yaa’iin abbootii seeraa naannoo Oromiyaa 2ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee Amajjii 8, 2012 (FBC) - Yaa’iin abbootii seeraa naannoo Oromiyaa 2ffaan Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamaa jira.
Kaayyoon yaa’ii kanaa bu’aa riifoormii manneen…
Daawwiin hojii biyyoota Afrikaa milkaa’aa ture – obbo Nabiyaat
Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) - Daawwiin hojii muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad biyyoota addaddaatti taasisan milkaa'aa ture jedhe Ministeerri Dhimma Alaa FDRI.
Daawwiin biyyoota…
Proojaktoota daandii harkifatan 6 xumursiisuuf Birrii miiliyoonni 500 ol ramadameera
Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) - Proojaktoota daandii 6 ijaarsi isaanii eegale harkifate xumursiisuuf baajatni dabalataa Birrii miiliyoona 500 ol ramadamuu Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii…
Dhimma Hidha Haaromsaarratti yaadni faayidaa biyyaalessaa Ityoophiyaa tuqu marii kamiifuu hin…
Finfinnee Amajjii 8, 2012 (FBC) - Ministiroonni Bishaanii,Jallisii fi Iinarjii Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts dhimma Hidha Haaroomsaa irratti guyyoota lamaaf mariin dhumaa Ameerikaatti…
Saawd Arabiyaan eeyyama jireenyaa fi kuufama adabbii kaffaltii viizaa ba’umsaa lammiilee Ityoophiyaa…
Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) - Saawdi Arabiyaan lammiilee Ityoophiyaa eeyyama jireenyaa osoo hin haaroomsin gara biyyaa deebi’uuf eeggata turanii fi kuufama adabbii kaffaltii viizaa…
Ambaasaaddar Mallas Alam Ambaasaaddara Aljeeriyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) - Ambaasaaddar Mallas Alam teessoo isaanii Naayroobii kan taasiisan Ambaasaaddara Aljeeriyaa Salmaa Maliikaa Hadaadii waliin mari’atan
Marii isaaniin…
Dhiyeessiin qamadii dhaabbilee idil addunyaatin caalbaasidhaan dhiyaachaa ture jijjiirramuufi
Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) – Eejansiin Tajaajila Bittaa fi Bulchiinsa Qabeenya Mootummaa hojimaata dhiyeessii qamadii dhiyeessitoota idil addunyaatin calbaasiin raawwatamaa ture…
Manneen murtii federaalaa dhimmoota filannoo keessummeessuuf, qophii taasisaa jiru
Finfinnee, Amajjii 7, 2012 (FBC) – Manneen murtii dhimmoota filannoorratti mormii ka'uu malan bifa addaatin keessummeessuuf, qophii taasisaa jiru.
Manni Murtii Waliigalaa…