Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Abbootii fi dargaggoonni Gaamoo Goondaritti simataman
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) - Goondaritti Abbootii fi dargaggoota Gaamoof simannaan taasifame.
Imala nageenyaa taasisuun ayyaana Cuuphaa irratti hirmaachuuf abbootii fi…
Sirna barnootaa hojiirra jiru jijjiiruuf hojjetamaa jira- ministeericha
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Sirna barnootaa hojiirra jiru jijjiiruuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Waggoottan sadan itti aananitti sirna barnootaa hojiirra…
Imaltoota Adwaatif sirni gaggeessaa taasifame
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Imaltoota Adwaatif sirni gaggeessaa taasifame.
Sirni gaggeessichaa mooraa bulchiinsa magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera.
Sirnicharrattis itti…
Manni Maree Misooma Intarpiraayizii fi Induustirii Oromiyaa walga’iisaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Manni Maree Misooma Intarpiraayizii fi Induustirii Oromiyaa walgahii idilee isaa 2ffaa magaalaa Adaamaa galma abbaa Gadaatti gaggeessaa jira.
Waltajjii…
Qajeelfama raawwii filannoo irratti qooda fudhattoota waliin mari’atame
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaaleessa Ityoophiyaa qajeelfama raawwii filannoo irratti qooda fudhattoota waliin mari'ate.
Boordichi qooda fudhattoota waliin…
Weerara hoomaa awwaannisaa godinaalee Oromiyaa to’achuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) - Weerara hoomaa awwaannisaa godina Baalee, Gujii Lixaa, Booranaa fi Gujiitti mudate to'achuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa…
Daddabarsa namoota seeran alaa ittisuuf sosochiin hawaasaa murteessadha- obbo Dammaqaa
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Sochiin hawaasaa daddabarsa namoota seeran alaa ittisuurratti hojjechuu qaba jedhan itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan.
Manni Maree…
Gareen ayyaana Cuuphaa Goondarirratti badii raawwachuuf ture to’atame
Finfinnee, Amajjii 9, 2012 (FBC) – Ayyaana Cuuphaa Goondaritti kabajamurratti dhohiinsa dhukaasan deeggarame raawwachuuf gareen qophiirra ture 2 to'atame.
Gareen badii lamaan…
Komishiniin Nageenya Araaraa Biyyaalessaa Preezdaanti Naannoo Hararii obbo Oordiin Badirii waliin…
Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) - Komishiniin Nageenya Araaraa Biyyaalessaa guyyaa har’aa Preezdaanti Naannoo Hararii obbo Oordiin Badirii, hoggantoota hojii fi miseensoota kaabinee…
Yuunvarsiitin Waldiyaa itti aantota preezdaantii 3 hojiirraa ittise
Finfinnee, Amajjii 8, 2012 (FBC) – Yuunvarsiitin Waldiyaa itti aantota preezdaantii 3 hojiirraa ittise.
Daayreektarri koominikeeshinii yuunvarsiitichaa obbo Tafarraa Asnaaqaan akka…