Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadde Hiruut itti aantuu daayreektera jeneraala Dhabbata Kalaqa Qabeenya Sammuu Addunyaa waliin…
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) – Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa aadde Hiruut Zammanaan jila itti aantuu daayreektera jeneraala Dhabbata Kalaqa Qabeenya Sammuu Addunyaa Waang…
Fooyya’iinsi diinagdee biyya keessaa invastimantii alaa harkisuuf carraa uuma jedhame
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) – Fooyya’iinsa diinagdee biyyaa keessaa irratti taasifamaa jiru invastimantii biyya alaa harkisuuf carraa kan uumu ta’uu itti aanaan muummee ministiraa FDRI…
Walga’iin ambaasaaddaroota Afrikaa 39ffaan Finfinneetti eegalame
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) - Walga’iin ambaasaaddaroota biyyoota Afrikaa 39ffaan Finfinneetti eegalame.
Waltajjichi walta’iinsa Koomiishinii Gamtaa Afrikaa fi mootummaa…
Balaa ayyaana Cuuphaa Goondar irratti ga’een lubbuun namoota 10 darbuun himame
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) - Paatriyaarkiin Ortodooksii Ityoophiyaa Abuuna Maatiyaas maatii namoota kabaja ayyaana Cuuphaa Goondar irratti lubbuu isaanii dhabaniif jajjabina hawwan.…
Manni Maree Naannoo Beenishaanguul Guumz yaa’ii idileesaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) – Manni Maree Naannoo Beenishaanguul Guumz yaa’ii idileesaa 10ffaa, bara hojii 5ffaa waggaa 5ffaa gaggeessaa jira.
Manni marichaa turtiisaa ganamaatin…
Koontiraaktaroota Hidha Haaromsaa hojjetan waliin mari’atame
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) - Ministirri Bishaan, Jallisii fi Iinarjii Dooktar Silashii Baqqalaan koontiraaktaroota Hidha Haaromsaa hojjetaa jiran waliin mari'ate.
Marii…
Ityoophiyaan damee siiviil aviyeeshiniitin fooyya’iinsa agarsiisaa jirti
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) – Ityoophiyaan damee siiviil aviyeeshinii idil addunyaatin yeroodhaa gara yerootti fooyya’iinsa agarsiisaa jiraachuun ibsameera.
Ministir deettaan…
Ministeerri Geejibaa FDRI Mana Maree Qindoomina Qooda Fudhattoota Geejibaa hundeessufi
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) - Ministeerri Geejibaa FDRI Mana Maree Qindoomina Qooda Fudhattoota Geejibaa hundeessufi.
Ministirri Geejibaa FDRI aadde Daagmaawiit Mogas…
Proojektiin daandii Malkaasaa – Matahaaraa, Abboomsaa, Asakoo – Diibuus rakkoo…
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) – Proojektiin daandii Malkaasaa - Matahaaraa, Abboomsaa, Asakoo - Diibuu qaamooleen dhimmi ilaallatu qindoominaan hojjechuu dhabuu isaaniitiin harkifachuun…
Raawwiin hojii seektaroota mootummaa naannoo Oromiyaa gamaaggamamaa jira
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) – Gamaaggamni raawwii hojii seektaroota mootummaa naannoo Oromiyaa kan ji’a jahaa Waajjira Preezidaantiitti gaggeeffamaa jira.
Gamaggama raawwii hojii…