Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Itti fayyadamni miidiyaalee yeroo kakaasii filannootti haqa qabeessa ta’uu qaba- paariilee
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Itti fayyadamni miidiyaalee yeroo kakaasii filannoo haqa qabeessa ta’uu akka qabu paariileen siyaasaa hubachiisaan.
Paartiileen morkattootaa Faanaa…
Paartileen 4 waraqaa beekamtii fi eeyyama galmee yeroo argatan
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyoolessaa Ityoophiyaa waraqaa beekamtii fi eeyyama galmee yeroo paartilee 4f laachuusaa beeksise.
Waraqaa ragaa fi eeyyama galmee…
Muummee ministiraa Dooktar Abiy muudama ministiroota sadii laatan
Finfinne, Amajjii 13, 2012 (FBC)- Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad muudama ministiroota sadii laatan.
Haaluma kanaan;
Dooktar Geetaahuun Makuriyaa; ministira…
Ministeerri Geejibaa gamaaggama raawwwii baatii 6 gaggeessaa jira
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Ministeerri Geejibaa gamaaggama raawwwii baatii 6 naannoolee fi dhaabbilee wamamoo waliin gaggeessuu eegaleera.
Gamaaggamni kun guyyaa har’aa magaalaa…
Magaalaan Hararii fi Artaan waliigaltee obbolummaa isaanii cimsu mallatteessan
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Magaalaan Hararii fi magaalaan Jibuutii Artaan waliigaltee obbolummaa isaanii cimsu mallatteessan.
Jilli hoggansa olaanoo naannoo Hararii preezdaantii…
Manni marichaa booru walga’ii idilee 10ffaa, waggaa 5ffaasaa ni gaggeessa
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI booru walga'ii idilee 10ffaa, waggaa 5ffaasaa ni gaggeessa.
Walga'ichaanis wixinee labsii namaan daldaluu, nama…
Wixineen labsii rakkoo harkifachuu proojektootaa furuu danda’u qophaa’e
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Wixineen labsii rakkoo harkifachuu proojektootaa itti fufiinsaan furuu danda’u qophaa’uun ibsame.
Waggoottan shanan darbanitti proojektoonni gurguddoon…
Obbo Dammaqaan fooramii diinagdee addunyaa irratti hirmaachuuf Daavoos jiru
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan fooramii diinagdee addunyaa irratti hirmaachuuf Daavoos galan.
Jilli itti aanaa muummee…
Gamtaan siivikii filanno dhufurratti hawaasni akka hubatuuf ga’ee isaanii ba’achuu qabu – Hayyoota
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) - Gamtaan siivikii filanno dhufurratti hawaasni akka hubatuuf ga’ee isaanii ba’achuu akka qaban hayyoonni hubachiisan.
Faanaa Broodkaastiing koorporeet…
Manni Maree Bulchiinsa Naannoo Kibbaa walga’ii idileessa gaggeesse
Finfinnee, Amajjii 12, 2012 (FBC) - Manni Maree Bulchiinsa Naannoo Kibbaa walga’ii idileessa 209ffaa gaggeessen ajaanda garagaraarratti mari’achuun murtii dabarseera.
Manni maree…