Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Dammaqaan ministira Diinagdee Emmireetota Arabaa Gamrtooman Sulxaan Biin Sayid Al Mansuurii…
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan ministira Ministeera Diinagdee Emmireetota Arabaa Gamrtooman Sulxaan Biin Sayid Al Mansuurii…
MM Dr Abiy bakka buutota ummataa aanaalee naannoo Kibbaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bakka buutota ummataa aanaalee naannoo Kibbaa waliin mari'ataniiru.
Waltajjicharratti bakka buutonni…
Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guutinsa bishaanii fi bulchiinsa isaarratti wixinee waliigaltee…
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts guutinsa bishaanii fi bulchiinsa isaarratti wixinee waliigaltee dhumaa qopheessuuf Kaartuumitti walga'aniiru.…
Paarkiiwwan bashannanaa 24 ummataaf banaa ta’uufi
Finfinnee, Amajjii 13, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti kan argaman paarkiiwwan bashannanaa 24 ummataaf banaa ta’ufi jedhame.
Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiiner Takkaalaa…
Kaffaltii daandiiwwanii irraa galii Birrii miilliyoonni dhibbi 1 fi miiliyoonni 92 walitti qabame
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Interpiraayiziin kaffaltii daandiiwwanii Ityoophiyaa walakkeessa waggaa jalqabaa bara 2012tti galii Birrii miilliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 92 walitti…
Bara kana sararri ifaa daandii cinaa kumni 4 ol suphamuun tajaajilaaf oolaan
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) – Bara kana sararrawwan ifaa daandiii cinaa kuma 4 ol suphuun tajaajilaaf oolchuu Abbaan Taayitaa Daandiiwwanii magaalaa Finfinnee beeksise
.…
Obbo Dammaqaan preezdaantii fooramii diinagdee addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee minsitiraa FDRI obbo Dammaqaa Makkoonniin preezdaantii fooramii diinagdee addunyaa Boorg Bireend waliin mari’atan.
Haala qophii…
Dhaabbanni Hind; Afriikaab Ityoophiyaatti invast gochuu akka barbaadu ibse.
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Dhaabbanni Hind; Afriikaab Ityoophiyaatti invast gochuu akka barbaadu ibse.
Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI Dooktar Akliiluu H/mikaa'eel…
Daa’imman hidha jallisii daakuuf seenan 3 lubbuu isaanii dhaban
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Magaalaa Dabra Birihaanitti daa'imman hidha jallisii daakuuf seenan 3 lubbuu isaanii dhaban.
Ittigaafatamaan Waajjira Poolisii Kutaa Magaalaa 1ffaa…
Manni Maree Naannoo Beenishaanguul Guumz qajeelfamoota garagaraa raggaasise
Finfinnee, Amajjii 13, 2012 (FBC) - Manni Maree Naannoo Beenishaanguul Guumz yaa’ii idileesaa 10ffaa, bara hojii 5ffaa waggaa 5ffaa gaggeesseen qajeelfamoota garagaraa qorachuun raggaasise.…