Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jibuutii fi Oromiyaan hariiroo misoomaa fi diinagdee waloo cimsuuf hojjechaa jiru
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Jibuutii fi naannoon Oromiyaa hariiroo misoomaa fi diinagdee waloo cimsuuf hojjechaa jiru.
Jilli Mana Maree Daldalaa Jibuutiin duurfamu daawwii hojii…
Jaappaan Mana Barumsaa Sadarkaa 1ffaa Shaambuu deeggarte
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Jaappaan sadarkaa Mana Barumsaa Sadarkaa 1ffaa Shaambuu ammayyeessuuf deeggarsa laatte.
Mootummaan Jaappaan deeggarsa Doolaara Ameerikaa…
Koomiishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa kaayyoo hundeeffameef dhaabbachuu qaba jedhame
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Koomiishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa kaayyoo hundeeffamee fi itti gaafatamumma irra kaa’ame qixaan ba’achuu akka qabu ibsame.
Manni Maree Bakka…
Manni Maree Finfinnee yaa’ii idileesaa booru eegaleet gaggeessa
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 2ffaa bara hojii 7ffaasaa booruu eegalee guyyoota sadiif kan gaggeessu ta’a.
Yaa’ichi gabaasa raawwii…
Ityoophiyaa fi Kuweet waliigaltee hojii walii mallatteessuuf mari’achaa jiru
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Kuweet marii waliigaltee hojjetaa walii mallatteessuu isaan dandeessisu mallatteessan.
Jilli diippiiloomaasii imbaasii Ityoophiyaa…
Waggoottan darban lafti heektaarri miiliyoonni 10 hojiiwwan misooma sululaatin uwwifameera
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Waggoottan darbanitti lafti heektaarri miiliyoona 10 ta’u hojiiwwan misooma sululaan uwwifamuu Ministeerri Qonnaa FDRI beeksise.
Naannolee hundatti…
Jirraan ispoortii dhaabbachuu akka qabu ibsame
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) – Taphni jirraa maqaa ispoortitiin (Betting) eegalame qumaaratti geeddaramaa jiraachuu isaatin dhaabbachuu akka qabu ibsame.
Dargaggoota rakkoo…
Ityoophiyaan Afrikaatti nageenyi waaraan akka bu’uu fi hidhanni diinagdee akka cimu ni…
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Ityoophiyaan Afrikaatti nageenyi waaraan akka bu'uu fi hidhanni diinagdee akka cimu kan hojjettu ta'uu itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa…
Gamtaan Awrooppaa hojii filannoon duraa fi boodarratti tumsa akka taasisu gaafatame
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Gamtaan Awrooppaa filannoon duraa fi filannoon booda tumsa barbaachisaa akka taasisu gaafatame.
Gamtichi ga'ee taajjabdummaatin ala,…
Wixineen labsii hariiroo mootummootaa irra deebiin akka ilaallamu gaafatame
Finfinnee, Amajjii 14, 2012 (FBC) - Wixineen labsii hariiroo mootummootaa irra deebiin akka ilaallamu koreen dhaabbii dhimmoota seeraa, haqaa fi demokraasii Mana Maree Bakka Bu'oota…