Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Abiy preezdaant Ertiraa Isaayyaas Afawarqii fi Preezdaant Mahaammad Abdulaahii waliin mari’aatan
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad preezdaant Ertiraa Isaayyaas Afawarqii fi Preezdaant Mahaammad Abdulaahii waliin mari’aatan.
Marichi…
Gorsitoonni Ministeera Saayinsii fi Barnoota Olaanoo Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti gargaaraa…
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Gorsitoonni Ministeera Saayinsii fi Barnoota Olaanoo Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaatti gargaaraa barreessaa dhimmoota Afrikaa Ambaasaaddar Tiiboor…
Mariin invastimantii naannoo Oromiyaa Finfinneetti gaggeeffama jira
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Mariin dhimma invastimantii naannoo Oromiyaa abbootii qabeenyaa damicharratti bobba'anii jiranirratti Waajjira Preezdaantii Oromiyaatiin qophaa'e…
Hokkara magaalaa Hararitti uumameen walqabatee shakkamtoonni 87 to’ataman
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) – Magaalaa Hararitti waqtii ayyaana Cuuphaa hokkara uumameen walqabatee shakkamtoonni 87 to’annoo jala oolaniiru.
Hogganaan Biiroo Nageenya mootummaa…
Jilli garee obbo Gadduun durfamu gara Ameerikaa imale
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) –Jilli garee Ministira dhimmaa alaa FDRI obbo Gadduu Andaargaachaw durfamu gara Ameerikaa imale.
Jilichi bu’uuruma waliigaltee kanaan dura haala…
MM Dooktar Abiy Asmaraa galan
Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad magaalaa guddittii Eeritraa Asmaraa daawwannaaf galan.
Preezdaantiin Eeritraa Isaayyaas Afawarqii simannaa…
Guyyaan dhibee Qurcii addunyaa 21ffaan kabajame
Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) – Guyyaan dhibee Qurcii addunyaa 21ffaan har’a kabajameera.
Guyyaan dhibee Qurcii addunyaa 21ffaan kun mata duree ‘tajaajila jaalalaa fi dhugaa hunda…
MM Dooktar Abiy Eeritraa daawwachuufi
Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad Eeritraa daawwachuuf akka ta’e beeksisan.
Daawwannaa isaaniin Preezdaantii Eeritraa Isaayyaas Afawarqii fi…
Lammiileen Ityoophiyaa miiliyoonni 7 deeggarsa namoomaa ni barbaadu
Finfinnee, Amajjii 17, 2012 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa miiliyoonni 7 hanga Waxabajjii bara 2012tti deeggarsa namoomaa nyaatan alaa kan barbaadaan ta’uu Komishiniin Hoggansa Balaa…
Baankiin daldala Ityoophiyaa wiirtuu diijitaalaa kan jalqabaa bane
Finfinnee, Amajjii 16, 2012 (FBC) -Baankiin daldala Ityoophiyaa wiirtuu diijitaalaa biyyattiif kan jalqabaa ta’e guyyaa har’a baneera.
Wiirtuun diijitaalaa haaraan kun maashinoota…