Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Namoonni vaayrasii koronaan shakkaman qorannoo biyyaa keessan bilisa ta’uun isaanii ibsame
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii koronaan shakkaman qorannoo biyyaa keessan bilisa ta'uun isaanii ibsameera.
Ityoophiyaatti namoonni vaayrasii…
Shakkamtoota kuma 1 fi 600 ta’an seeraaf dhiyeessuun hin danda’amne- obbo Birihaanuu Tsagaaye
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Shakkamtoota yakkoota garagaraan barbaadaman kuma 3 keessaa kuma 1 fi 600 seeraaf dhiyeessuun hin danda’amne jedhame.
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa…
Namoonni karaa seeraan alaa meeshaa waraanaa daddabarsaan to’ataman
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Magaalaa Gaambeellaatti namoonni lama karaa seeraan alaa meeshaa waraanaa daddarsan to’atamaniiru.
Namoonni kun meeshaa waraanaa 17 mana jireenyaa…
Manni Barumsaa Waajjirri Giiftii Duree hojjechiise ebbifame
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Manni Barumsaa Waajjirri Giiftii Duree hojjechiise ebbifame.
Manni Barumsaa Warra Ifaa Salaalee Sadarkaa 2ffaa godina Shawaa Kaabaa aanaa…
Koonfaransiin nageenyaa Yuunvarsiitii Dirree Dawaatti taa’ame
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Koonfaransiin nageenyaa Yuunvarsiitii Dirree Dawaatti taa'ame.
Yuunvarsiitichi baruu barsiisuu haala gaaridhaan itti fufsiisuuf har'a…
Shakkamtoonni seeraan alaa horii gaanfaa biyyaa baasuuf yaalan to’ataman
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Shakkamtoonni horii gaanfaa seeraan ala biyyaa baasuuf yaalan 15 guyyaa har’aa to’ataman.
Guyyaa har’aa shakkamtoonni horii gaanfaa 104 karaa seeraan…
Koomiishiniin Ministiroota Ityoophiyaa fi Jarman walga’iisaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Koomiishiniin Ministiroota Ityoophiyaa fi Jarman walga'iisaa gaggeessaa jira.
Koomiishiniin ministiroota biyyoota lamaanii magaalaa Finfinnee,…
MM Dooktar Abiy daawwannaa Eeritraa xumuran
Finfinnee, Amajjii 19, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimaad daawwaannaa Eeritraa xumuraniiru.
Daawwaannaa guyyoota sadiif taasisaan keessatti dhimmoota waloo sadee…
Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Qabeenya Namaa Caffee Oromiyaa sektaroota sadii gamaaggame
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Qabeenya Namaa Caffee Oromiyaa raawwii hojii walakkaa waggaa bara 2012 sektaroota sadii gamaaggameera.
Koreen kun,…
Ministeroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarraatti boru…
Finfinnee, Amajjii 18, 2012 (FBC) - Ministeroonni Dhimma Alaa Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts Hidha Haaromsaarraatti boru Waashingitanitti ni mari’atu.
Ministeroonni Dhimma Alaa…