Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Deeggarsa namoomaa Ityoophiyaatif Doolaarri biiliyoonni 1 ni barbaachisa- Dhaabbata Mootummoota…
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Deeggarsa namoomaa Ityoophiyaatif Doolaarri biiliyoonni 1 kan barbaachisu ta'uu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksise.
Dhaabbanni Mootummoota…
Koomiishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa fooyyessa karoora hojiilee jijjiirramaarratti…
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) -Koomiishiniin Mirga Namoomaa Ityoophiyaa fooyyessa karoora hojiilee jijjiirramaarratti mari'achaa jira.
Koomiishinichi fooyyessa karoora…
Manni marichaa muudama ministiroota 3 raggaasise
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI muudama ministiroota 3 raggaasise.
Miseensonni mana marichaa adeemsi muudama ministiroota 3 ittiin ifoome sirrii…
Waltajjiin marii ogeessotaa Ityoo-Jarman xumurame
Finfinnee, Amajjii 21, 2012 (FBC) - Waltajjiin marii ogeessotaa Ityoo-Jarman Amajjii 19 fi 20, 2012 Finfinneetti gaggeffamaa ture xumurame.
Waltajjichi Ministeera Dhimma Alaatti itti…
Mariin araara duudhaa biyyaa fi sirna haqaarratti xiyyeeffate Adaamaatti taa’amaa jira
Finfinnee, Amajjii 21,2012(FBC)- Mariin araara duudhaa biyyaatinii fi sirna haqaarratti xiyyeeffate magaalaa Adaamaatti taa'amaa jira.
Waltajjicha kan qopheesse Ministeera Nageenyaa…
Koroonaa ittisuuf imaltoota gara Ityoophiyaa seenaniif hojiin ho’ina qaamaa adda baasuu itti…
Finfinnee, Amajjii 21,2012(FBC)- Koroonaa vaayrasii ittisuuf imaltoota gara Ityoophiyaa seenaniif hojiin ho'ina qaamaa adda baasuu itti fufiinsan hojjetamaa jira jedhan ministir deettaan…
Gannaalee Daawwaa III Amajjii 26,2012 humna maddisiisuu eegala
Finfinnee, Amajjii 21,2012(FBC)- Gannaalee Daawwaa III Amajjii 26,2012 humna maddisiisuu eegala.
Maddi anniisichaa meeggaa waatii 254 maddisiisuu danda'a jedhameera.…
Waggaa 3 dura Riqichi guyyaa eebbaa dhabame ammas ijaarramaa jira jedhame
Finfinnee, Amajjii 20,2012(FBC)- Waggaa 3 dura magaalaa Adaamaatti Riqichi ijaarrame jedhame guyyaa eebbaa dhabamee ture ammas bifa haaraan ijaarramaa jira jedhame.
Waggaa 3…
Manni maree naannoo Tigraay muudama namoota lamaa raggaasise
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – Manni Maree Bulchiinsa Mootummaa naannoo Tigraay muudama namoota lamaa raggaasise.
Manni marichaa yaa’ii idilee 18ffaa bara hojii 5ffaa gaggeessaa…
“Dhimma barattoota ugguramanirratti gareen qorannaa sadi hundaa’ee hojjechaa…
Finfinnee, Amajjii 20, 2012 (FBC) – "Mootummaan dhimma barattoota ugguramaniirratti itti gaafatamtummaan hojjechaa jira." jedhan itti gaafatamaan prees sakreetarii Waajjira Muummee…