Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gumaacha tola ooltummaa barnootaa irra deebiin bocuu fi babal’isuuf mariin idila addunyaa…
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC)- Galma Waajjira Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Maatummoota Mamtoomaniitti walga’iin Gumaacha tola ooltummaa barnootaa gaggeeffamaa jira.…
Madrak yaa’ii waliigalaa 16ffaasaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Madrak yaa'ii waliigalaa 16ffaasaa gaggeessaa jira.
Tokkummaan Demokraatawa Federaalawaa Itoophiyaa Madrak yaa'ii waligalaa 16ffaa isaa…
Koomiishiniin Poolisii Gaambeellaa poolisoota 720 ebbisiise
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Koomiishiniin Poolisii Gaambeellaa miseensota poolisii baatii 7f leenjisaa ture 720 ebbisiise.
Koomiishinichi ebbifamtoota Wiirtuu Leenjii…
Hojiin to’annoo nageenyaa tiraafikaa qindoominaan hojjetamaa jira
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Hojiin to’annoo nageenya tiraafikaa qindoominaan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Geejjibaa beeksise.
Ministeerri Geejjibaa fi dhaabbileen…
Ministirri Raayyaa Ittisaa obbo Lammaan gitasaanii Faransaay waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI obbo Lammaa Magarsaan ministira Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Faransaay Floorans Paarlii waliin…
Ijaarsi daandii Paarkii Faransaayii – Faransaay Aabboo jalqabsiifame
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uumaan ijaarsa daandii Paarkii Faransaayii amma Faransaay Aabboo jalqabsiisan.
…
Tajaajilli Elektiriikaa Ityoophiyaa proojaktii tajaajila si’ataa ebbisiise
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Tajaajilli Elektiriikaa Ityoophiyaa tajaajila si'ataa laachuuf hojjechaa jiraachuu ibse.
Tajaajilichi Intarpiraayiz Plaaniing Riisoors…
Obbo Dammaqaa Makoonnan ayyaana Waldaa Gugsii Fardaa Agaw irratti hirmaataniiru
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan ayyaana Waldaa Gugsii Fardaa Agaw irratti hirmaataniiru.
Sirnicharratti obbo Dammaqaa Makoonnan…
Godina Gaamootti balaa jijjiigootin lubbuun namoota afurii darbe
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Godina Gaamootti balaa jijjiigootin lubbuun namoota afurii darbe.
Naannoo Kibbaa godina Gaamoo aanaa Gaacoo Baabaa ganda Gaatsaatti balaa jijjiigoo…
Faayi meetii qaraxni itti hin kaffalamin kiilo giraamni 15.1 to’atame
Finfinnee, Aamjjii 23, 2012 (FBC) - Faayi meetii kiilo giraamni 15.1 osoo qaraxni itti hin kaffalamin biyya seenuuf ture to’atameera.
Namoota dhuunfaa sadiin Duubaayii gara biyyaa…