Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Iityoo Teelekoom neetwoorkii Finfinnee babal’isuuf proojaktii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi…
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Iityoo Teelekoom neetwoorkii magaalaa Finfinnee babal'isuuf proojaktii Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 73 ijaarsise ebbisiise.
…
Ityoophiyaatti namoonni haaraan 4 vaayrasii koroonaatin shakkaman
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Imaltoota gara Ityoophiyaa dhufan 47,162 qorannoon ho'ina qaamaa taasifameera.
Koroonaa vaayrasii ittisuuf Buufata Xiyyaaraa Idil…
Qindeessaan muuziqaa Kumalaa Malaakuu Tagany boqate
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) –Qindeessaan muuziqaa Kumalaa Malaakuu Tagany boqate.
Kumalaa Malaakuu Tagany muuziqaa Artiist Xilaahuun Gassasaa, Mahaammuud Ahimad, Bizuunash Baqqalaa…
MM Dr Abiy Ityoophiyaanotaa fi dhalattoota Ityoophiyaa biyyoota baha jiddugaleessaa jiraatan waliin…
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad jalqaba baatii dhuftuutti Ityoophiyaanotaa fi dhalattoota Ityoophiyaa biyyoota baha jiddugaleessaa jiraatan…
Rakkoo jijjiirramaa furuun fala yeroo gabaabaa fi dheeraa gaafata- MM Dr Abiy
Finfinnee, Amajjii 25, 2012 (FBC) – Jijjiirramaan dura Ityoophiyaan sadarkaa jiguurra geesset turte jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.
Muummee ministiraa…
Hojiin eegumsa qabeenya uumamaa waggoota arfaan darban hojjetaman sodaa balaa gogiinsaa hir’isuu…
Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) - Hojiin eegumsa qabeenya uumamaa waggoota arfaan darban hojjetaman sodaa balaa gogiinsaa hir’isuu danda’eera.
Ityoophiyaatti waggoota arfaan…
Injiinar Taakkalaa Uumaa proojarktii ijaarsa daandii daawwatan
Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) – Injiinar Taakkalaa Uumaa proojarktii ijaarsa daandii daawwatan.
Injiinar Taakkalaa Uumaa proojarktii ijaarsa daandii Lagahaarree – marfata…
Muummeen Ministira Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo Ityoophiyaa daawwachufi.
Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) –Muummeen Ministira Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo Ityoophiyaa daawwachufi.
Muummeen Ministira Kaanaadaa Jastiin Tiruudoo daawwanna isaanii Kan…
Hoggantoonni paartii Badhaadhinaa duula qulqullinaa naannoo fi biqiltuu kunuunsu raawwataniiru
Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) – Hoggantoonni paartii Badhaadhinaa duula qulqullinaa naannoo fi biqiltuu kunuunsu raawwataniiru.
Magaalaa Adaamaatti leenjirratti kan argaman…
Hudhaalee Invastimantii hiikuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Amajjii 23, 2012 (FBC) – Hudhaalee Proojektota invastimantii Oromiyaa furuuf xiyyeeffannaan hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa beeksise.…