Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Shawaa Roobiitiitti mallaqni sobaa fi meeshaaleen waranaa to’ataman
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) – Magaalaa Shawaa Roobiitiitti maallaqni sobaa Birriin kumni 11 fi meeshaaleen waranaa seeraan alaa to’atamuu Poolisiin bulchiinsa magaalichaa beeksise.…
Dhagaan bu’uraa proojaktii jallisii Diniq Calcal kaa’ame
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) – Dhagaan bu’uraa proojaktii jallisii Diniq Calcal kaa’ame.
Godina Baalee Bahaa Aanaa Raayituu fi Gidhiir gidduutti dhakaan bu’uraa Proojaktii…
Aadde Hiruut Zammanaan Cheen Shiyaadoonag waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) – Ministir Deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI aadde Hiruut Zammanaan gargaaraa ministira Ministeera Dhimmaa Alaa Chaayinaa Cheen Shiyaadoonag…
Proojaktiin ijaarsa nageenyaa Gujii fi Geedi’oo ifoome
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Proojaktiin ijaarsa nageenya ummattoota Godina Gujii Lixaa fi Godina Geedi'oo caalaatti cimsuuf gargaaru har'a Godina Geedi'oo, Magaalaa Diillaatti ifatti…
Fooramiin invastimantii fi daldalaa Ityoophiyaa Kuwaataritti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Fooramiin invastimantii fi daldalaa Ityoophiyaa guyyaa kaleessa Kuwaatar Dohaatti gaggeeffameera.
Fooramicharratti Kuwaatar kan jiraatan…
Hawaasaatti meeshaan seeraan alaa 29 to’atame
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) –Magaalaa Hawaasaatti meeshaan seeraan alaa 29 to'atame.
Qajeelchi Poolisii Magaalaa Hawaasaa akka beeksisetti meeshaan seeraan ala dabarfamaa ture,…
Goondaritti Kilaashin kooviin 10 fi rasaasni shugguuxii Tuurkii kumni 5 fi 681to’atame
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Goondaritti Kilaashin kooviin 10 fi rasaasni shugguuxii Tuurkii kumni 5 fi 681 to’atameera.
Meeshaaleen kunneen giddugala Goondar aanaa Taach Aarmaacoo…
MM Dr. Abiy Ahimad Proojaktii Gannaalee Daawwaa III ebbisiisan
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Sirni eebbaa Proojaktii Gannaalee Daawwaa III guyyaa har’aa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffameera.
Sirna…
Ummanni Oromoo ammaan booda aarsaa hin barbaachisne kaffaluu keessaa ba’uun misoomarratti…
Finfinnee, Amajjii 26, 2012 (FBC) - Godina Dhiha Baalee aanaa Dalloo Mannaa, ganda Malkaa Mannaatti proojaktiin misooma jallisii Walmal har’a ebbifameera.
Muummee ministiraa Dooktar…
Gannaalee Daawwaa III ebbifame
Finfinnee, Amajjii 26, 2012(FBC) –Proojaktiin madda anniisaa elektirikaa Gannaalee Daawwaa ebbifame.
Sirni eebbaa Proojaktii Gannaalee Daawwaa 3ffaan guyyaa har’aa bakka Muummeen…