Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerichi Tiraaktaroota 12 naannooleef gumaache
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa Tiraaktaroota qonnaa 12 qarshii miiliyoona 28tiin bituun naannaooleef gumaachuu isaa beeksise.
Ministeerichi…
Ityoophiyaatti namoonni arfan Vaayirasii Koroonaan shakkaman bilisa ta’uun mirkanaa’e
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Yeroo 2ffaaf lammiileen Ityoophiyaa sadii fi laammiin Chaayinaa 1 Vaayirasii Koroonaan shakkaman bilisa ta’uun mirkanaa’e.
Lammiilee…
Weerara vaayrasii koroonaatiin balalii Chaayinaa dhaabun sirrii miti- Daandii Qilleensa Ityoophiyaa
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC)- Weerara vaayrasii koroonaatiin balalii gara Chaayinaatti taasifamu dhaabuun ittisa isaatif wabii akka hin ta'in hoji raawwachiisaan Daandii Qilleensa…
Preezdaant Saahilawarq boqachuu Daani’eel Araap Mooyin gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen boqachuu preezdaantii Keeniyaa duraanii Daani'eel Araap Mooyin gadda itti dhaga'ame ibsan.
Preezdaant…
Yaa’iin hoggansa olaanaa biyyoota miseensa Gamtaa Afrikaa koorniyaa idileessuu fi…
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC)- Yaa'iin hoggansa olaanaa biyyoota miseensa Gamtaa Afrikaa koorniyaa idileessuu fi barnootarratti xiyyeeffate magaalaa Finfinneetti taa'amaa jira.…
Rakkoo naannoo 22titti uummameen lubbuu darbeef qaamoleen sababa ta’an itti gaafatamu –…
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinnee naannoo 22tiitti rakkoo uumamee fi lubbuu darbeef qaamoleen sababii ta'an itti gaafatamu jedhame.
Itti aanaan…
Obbo Gadduun gita isaanii Keeniyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Andaargaachaw Ministira Dhimma Alaaa Keeniyaa Ambaasaaddar Riicheel Awur Oomaammoo waliin…
Ityoophiyaan sanada waliigaltee hidha haaroomsaa irratti ejjeennoo dhaabbataa qabaachuu qabaachuu…
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC)- Ityoophiyaan marii dhimma hidha haaroomsaa taasisaa jirtuuf sanadoota dhiyaatan irratti ejjeennoo jabaa akka qabdu Minsteerri Jallisii fi Iinerjii ibseera.…
Hind Hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf kan hojjetu ta’uu ibsame
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Hind Hariiroo Ityoophiyaa waliin qabdu caalmaatti cimsuuf kan hojjetu ta’uu ibsame.
Ministir deettaan Ministeer Dhimma Alaa FDRI aadde Hiruut Zammanaan,…
Daandichi meeshaalee suphaa xiyyaaraa hojjechuuf waliigaltee waggoota 15 mallatteesse
Finfinnee, Amajjii 27, 2012 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa hojiilee suphaa xiyyaaraa hojjechuuf Garee Invastimantii Saanaad waliin waliigaltee waggoota 15 mallatteessera.…