Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hidha Haaromsaarratti Ityoophiyaan fayyadamtummaa waloo mirkaneessuuf hojjetti- Dooktar Injiinar…
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC)- Hidha Haaromsaarratti Ityoophiyaan fayyadamtummaa waloo mirkaneessuuf hojjetti jedhan ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktar Injiinar…
Aanaa Dabra Liibaanoossitti haaromsi Gadaa gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC)- Godina Shawaa Kaabaa aanaa Dabra Liibaanoositti sirni Gadaa haarome.
Waajjirri Dhimmoota Koominikeeshinii aanichaa akka beeksisetti haaromsi gumii…
Magaalichatti hanqina geejibaa furuuf awtoobisoonni 120 gara hojiitti bobba’an
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Geejibaa Magaalaa Finfinnee hanqina geejibaa furuuf awtoobisoota 120 gara hojiitti bobbaasuu beeksise.
Bulchiinsi magaalichaa hanqina…
Cee’umsi gara caasaa Gamtaa Afrikaa haaraatti taasifamu iftoominaan akka raawwatamu obbo…
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) - Cee'umsi gara caasaa Gamtaa Afrikaa haaraatti taasifamu iftoominaan akka raawwatamu ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw…
Agarsiisni, baazaarii fi siimppooziyeemiin waldaalee hojii gamtaa biyyaaleessaa 7ffaan
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) - Agarsiifni, Baazaarii fi Siimpooziiyeemiin Waldaalee Hojii Gamtaa Biyyaaleessaa 7ffaan giddugala agarsiisa Finfinneetti eegalameera.
‘Waldaalee hojii…
Eejansichi agoobaroota miiliyoona 3.1 bituun rabsaa jirra
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) - Eejansiin Dhiyeessa Qorichaa Ityoophiyaa agoobaroota miiliyoona 3.1 rabsuu eegaluu isaa beeksiseera.
Eejansichi agoobaroota birrii miiliyoona dhibba 1…
Walga’iin hoji raawwachiistuu Gamtaa Afrikaa 36ffaan banameera
Finfinnee, Amajii 28, 2012 (FBC) – Walga'iin hoji raawwachiistuu Gamtaa Afrikaa 36ffaan banameera.
Waltajjiin ministiroonni Dhimma Alaa biyyoota miseensa Gamtaa Afrikaa irratti…
Koonfaransiin buna idil addunyaa 2ffaan har’a ni eegalama
Finfinnee, Amajjii 28,2012 (FBC)-Koonfaransiin buna Idil addunyaa 2ffaan qopheessummaa Ityoophiyaatin har’a Galma Barkumeetti ni eegalama.
Koonfaransichi mata duree "Buna biyya argama…
Wabii nyaataa mirkaneessuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) - Wabii nyaataa mirkaneessuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Biirichatti itti aanaan hogganaa damee qabeenya uumamaa…
Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Maayk Poompiyoon Ityoophiyaa daawwachuufi
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ameerikaa Maayk Poompiyoon Ityoophiyaa daawwachuufi.
Maayk Poompiyoon Gurraandhala 9-11, 2012tti Ityoophiyaatti…