Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haaromsi masaraa mootii Abbaa Jifaar %26 ga’e
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Haaromsi masaraa mootii Abbaa Jifaar %26 ga’uu Abbaan Taayitaa Eegumsaa fi Qorannoo Hambaa beeksise.
Masarichi kan ijaarramee waggaa 140 dura.…
Dhaabbaticha cimaa fi dorgomaa taasisuuf hojjetamaa jira -Dr Warqinah Gabayyoo
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Barreessaa olaanaan Mootummoota Misoomaa Baha Afrikaa Dooktar Warqinah Gabayyoon dhaabbata hogganan cimaa fi dorgomaa taasisuuf hojjechaa jiraachuu…
Baha Afrikaatti weerara awwaannisaa ittisuuf tumsi hawaasa idil addunyaa gaafatame
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Baha Afrikaatti weerara awwaannisaa ittisuuf tumsi hawaasa idil addunyaa gaafatame.
Ittisaa fi to'annoo weerara awwaannisaarratti magaalaa…
MM Dr Abiy Ahimad jiraattonni, keessummoota yaa’ii Gamtaa Afrikaatif simannaa fi keessummeessa…
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad jiraattonni magaalaa Finfinnee keessummoota yaa'ii Gamtaa Afrikaatif simannaa fi keessummeessa gaarii akka…
Qorannoon hariiroo naannolee cimsuu danda’u gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) – Ministeerri Nageenyaa argannoo qorannoo hariiroo naannoolee cimsuu danda’u irratti gaggeessaa ture mariif dhiyeessaa jiraachuu ibse.
Ministeerichatti…
Af yaa’ii Taaggasaa Caafoon miseensota paarlaamaa fi koongirasii Ameerikaa waliin…
Finfinnee,Amajjii 29,2012 (FBC) - Af yaa'iin Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI obbo Taaggasaa Caafoon miseensota paarlaamaa fi koongirasii Ameerikaa waliin mari'atan.
Af yaa'ichi…
Hirmaattota yaa’ii Gamtaa Afrikaatif odeeffannoon bakkeewwan daawwannaa viidiyoo fi suuradhaan…
Finfinnee, Amajjii 29, 2012 (FBC) - Hirmaattota yaa’ii Gamtaa Afrikaatif odeeffannoo bakkeewwan daawwannaa akka argataniif viidiyoo fi suuraan ba’umsa daandii Booleerratti akka tamsa’u…
Yuunivarsitiin Madda Walaabuu tajaajila seeraa fi gorsaa bilisaan hawaasa godina Baaleef kennaa jira
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) - Yuunivarsitiin Madda Walaabuu hojii baruu fi barsiisun cinatti tajaajila seeraa fi gorsaa bilisaan hawaasa godina Baaleef kennaa jira.…
Korichi hojii manneen murtii sadanii daawwate
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) – Koreen dhaabbii dhimmoota seeraa, haqaa fi demookraasii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI daawwannaa manneen murtiitti taasiseen rakkoon beellama…
Obbo Gadduun ergamtoota addaa biyyoota garagaraa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 28, 2012 (FBC) – Ministirri Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw yaa’ii hoji raawwachiiftota Gamtaa Afrikaa 36ffaa cinaatti ergamtoota addaa biyyoota…