Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin dureewwan Gamtaa Afrikaa 33ffaan nagayaan xumuramuu Koomiishiniin Poolisii Magaalaa…
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) – Yaa'iin dureewwan Gamtaa Afrikaa 33ffaan nagayaan xumuramuu Koomiishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksise.
Jiraattonni magaalaa Finfinnee…
aa’iin dureewwan Gamtaa Afrikaa 33ffaan xumurame
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) - Yaa'iin dureewwan Gamtaa Afrikaa 33ffaan xumurame.
Yaa'ichi magaalaa Finfinneetti Gurraandhala 1 - 2,2012tti gaggeeffamaa tureera.…
Yaa’iin dureewwan Gamtaa Afrikaa milkiidhan xumuramuu Dr Abiy beeksisan
Finfinnee, Gurraandhala 3, 2012 (FBC) - Yaa'iin dureewwan Gamtaa Afrikaa milkiidhan xumuramuu muummee ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad beeksisan.
Yaa'ichaan gamticha…
Naannon Gaambeellaa sa’aa hojii jijjiire
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Naannon Gaambeellaa sa'aa hojii jijjiire.
Waqtiin isaa ho'a ta'uu isaarraa kan ka'e Manni Maree Naannoo Gaambeellaa yeroo hojii…
Preezdaant Saahilawarqii fi preezdaant Naanaa Akuufoo Adoon ijaarsa Imbaasii Gaanatiif dhagaa…
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee fi preezdaantiin Gaanaa Naanaa Akuufoo Adoon ijaarsa Imbaasii Gaanatiif dhagaa bu'uuraa kaa'an.
…
Ityoophiyaa fi Ikwaatooriyaal Giiniin waliigaltee viizaa bilisaa mallatteessan
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Ityoophiyaa fi Ikwaatooriyaal Giiniin marii waloo biyyoota lamaanii Finfinneetti gaggeessaniin waliigalte viizaa bilisaa mallatteessaniiru.…
Weerarri awwaannisaa aanolee godina Jimmaa 7 keessatti muul’ate
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) - Hoomaan awwaannisaa aanolee godina Jimmaa 7 keessatti muul'ate.
Akka waajjirri Misooma Bunaa, Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa godinichaa ibsetti hoomaan…
Ityoophiyaan bu’aa qorannootin weera ittisuuf tumsa idil addunyaatti makamte
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) -Ityoophiyaan bu'aa qorannootin weera ittisuuf tumsa idil addunyaatti makamte.
Qindoominichi weeraroota ka’an ittisuuf bu’aawwan qorannoo haaraa…
Magaalonni 12 baatii Caamsaatti fayyadamoo tajaajila waliinga’iinsa humna eelektiriikaa ni ta’u
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Bara baajataa kanatti baatii Caamsaa keessa magaalonni 12 fayyadamoo tajaajila waliinga’iinsa humna elektiriikaa akka ta’an Tajaajilli Elektiriikaa…
Gabateen yeroo qormaataa kutaa 12ffaa fi kutaa 8ffaa bara 2012 ifoome
Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Eejansiin Madaallii fi Qormaata Biyyaalessaa gabatee yeroo qormaata kutaa 12ffaa fi kutaa 8ffaa bara 2012 ifoomsera.
Qormaanni biyyaalessaa kutaa…