Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr Abiy, muummee ministiraa Swiidin Steefan Loovan waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad, muummee ministiraa Swiidin Steefan Loovan waliin mari'atan.
Turmaata isaanitiinis dhimmoota hariiroo biyyoota…
Hojiin dhaabbii tarbaayinoota madda anniisaa bubbee Ayshaa, 6 xumurame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) - Hojiin dhaabbii tarbaayinoota madda anniisaa bubbee Ayshaa, 6 xumurame
Tarbaayinoonni dhaabaman hojii yaalidhaaf qophii ta'uu hoji gaggeessaan…
Waltajjiin Hoggantoota Afrikaa, Kaariibiyaanii fi biyyoota Paassifikii 9ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) - Waltajjiin Hoggantoota Afrikaa, Kaariibiyaanii fi biyyoota Paassifikii 9ffaan Keeniyaa Naayroobiitti gaggeeffamaa jira.
Jilli Ityoophiyaa Ambaasaaddar…
Hoggantoonni ittisaa Somaalii Laand Raayyaa Ittisaa FDRItti ajajaa damee bahaa waliin…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) - Hoggantoonni ittisaa Somaalii Laand Raayyaa Ittisaa FDRItti ajajaa damee bahaa waliin mari'atan.
Turmaata isaanii Dirree Dawaatin dhimmoota nageenya…
Fiinlaand filannoo Ityoophiyaa deeggaruuf waliigaltee Yuuroo kuma dhibba 8 mallatteessite.
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) - Fiinlaand filannoo Ityoophiyaa deeggaruuf waliigaltee Yuuroo kuma dhibba 8 mallatteessite.
Waliigaltichi kan mallatteesse Fiinlaandii fi Sagantaa…
Humna nagaa kabachiisaa raayyaa ittisa biyyaa FDRI ergama Dhaabbata Mootummoota Gamtooman jalatti…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) - Humna nagaa kabachiisaa raayyaa ittisa biyyaa FDRI ergama Dhaabbata Mootummoota Gamtooman jalatti Abiyeetti bobba'eef badhaasni kenname.
Badhaasichas…
Aadde Hiruut Zamanee Itti aanaa Ministira Dhimma Alaa Sawud Arabiyaa Ahimad Alqaaxaan waliin…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) - Ministiri Deettaan Ministira Dhimma Alaa aadde Hiruut Zamanee Itti aanaa Ministira Dhimma Alaa Sawud Arabiyaa Ahimad Alqaaxaan guyyaa har’a waajjira…
Waltajjiin hubannoo uumuu sagantaa fi dambii Paartii Badhaadhinaa hoggantoota bulchiinsa magaalaa…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) – Waltajjiin hubannoo uumuu sagantaa fi dambii Paartii Badhaadhinaa hoggantoota bulchiinsa magaalaa finfinneef kennameera.
Sadarkaa itti aanaa…
Lammiileen Ityoophiyaa hunduu doonii tokkoon imaalaa akka jirru beekuu qabna jedhan – Preezdaant…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen kabaja guyyaa saabaa fi sablammoota, ummattoota Ityoophiyaa 14ffaa irratti argamuun ergaa baga geessanii…
Waadaa heera mootummaa irratti galaman eegsisuuf qabsoo guddaan taasiifameera- Obbo Shimallis
Finfinnee, Sadaasa 29, 2012 (FBC) – Waadaa heera mootummaa irratti galaman eegsisuuf qabsoo guddaan taasiifameera jedhan itti aanaan preezdaantii mootummaa naannoo oromiyaa obbo Shimmallisa…