Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Reedwaan ambaasaaddaroota teessoo isaanii Finfinnee godhatan biyyoota garaagaraa waliin…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) - Ministir deettaan Ministeera Dhimma Alaa FDRI Ambaasaaddar Reedwaan Huseen, ambaasaaddaroota biyyoota gara garaa teessoo isaanii Finfinnee godhatan…
Roobeetti proojaktiin bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 97 hojjetamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) –Bulchiinsa magaalaa Roobeetti ijaarsi proojaktii bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 97 hojjetamaa jira.
Ijaarsi…
Finfinneetti sararri geejibaa mootora maleeyyii kiilo meetirri 100 diriirfamuufi
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Finfinneetti sararri geejibaa mootora maleeyyii kiilo meetirri 100 diriirfamuufi.
Eejansiin Maanaajimantii Tiraafikaa Magaalaa Finfinnee…
Trast Fandiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa proojaktoota maallaqaan deeggaraman 5 ifoomse
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) - Trast Fandiin Diyaaspooraa Ityoophiyaa proojaktoota maallaqaan akka deeggaraman marsaa dhumaaf 22 dhiyaatan 22 keessaa proojaktoota 5 ifoomseera.…
Lammiilee Ityoophiyaa kuma dhibba 1 fi kuma 20 gara biyyaatti deebisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa baqannaarra jiran kuma dhibba 1 fi kuma 20 gara biyyaatti deebisuuf hojjetamaa jiraachuu Waajjirri Muummee Ministira beeksise.…
Hanga bara 2025tti anniisaa haara’u waliin ga’uuf Doolaarri biiliyoonni 6.5 ni barbaachisa jedhame
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti anniisaa haara’u hanga bara Faranjootaa 2025tti waliin ga’uuf Doolaarri Ameerikaa biiliyoonni 6.5 kana barbaachisu ta’uu Ministeerri…
Yaa’iin Gamtaa Afrikaa nagayaan akka xumuramu qooda fudhattoota ga’eesaanii…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Yaa'iin dureewwanii 33ffaa fi walga'iin ministiroota hoji raawwachiistuu 36ffaa Gamtaa Afrikaa nagayaan akka xumuramu qooda fudhattoota ga'eesaanii…
Goondar Jiddugaleessaatti guddattoota lama ugguruun maallaqa kan gaafate adabame
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraa godina Goondar Jiddugaleessaa aanaa Xagadeetti guddattoota lama ugguruun maallaqa kan gaafate adabame.
Namichi daa'ima…
Seera, demokraasii fi miidiyaa cimsuurratti mari’atamaa jira
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) – Ityoophiyaatti seera, demokraasii fi miidiyaa cimsuudhan raawwii mootummaa fi hirmaannaa ummataa guddisuurratti mari'atamaa jira.
Waltajjiin…
Harariitti sababii walitti bu’iinsaa furuu fi yakka to’achuurratti hojjetamaa jira…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) - Naannoo Harariitti sababii walitti bu'iinsaa furuu fi yakka to'achuurratti hojjetamuu Manni Maree Nageenyaa Naannoo Hararii beeksise.
…