Browsing Category
Oduu biyya keessaa
MM Dr. Abiy buutoota kominiitii Ityoophiyaa Giddugala Bahaa jiraataan waliin Abuu Dhaabiitti…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimadbakka buutoota kominiitii Ityoophiyaa Giddugala Bahaa jiraataan waliin Abuu Dhaabiitti mari’achaa jiru.…
Abbaan alangaa waliigalaa FDRI olaantumma seeraa kabachiisuf nan hojjedha jedhe
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Abbaan alangaa waliigalaa FDRI olaantumma seeraa kabachiisuf nan hojjedha jedhe.
Abbaan alangaa waliigalaa FDRI ibsa har’a baaseen sirnaa haqaa…
Muummen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Abuu Dhaabii galan
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Jilli Muummeen Ministira FDRI Dooktar Abiy Ahimad durfamu lammiilee Itiyoophiyaa Giddugala Bahaa jiran waliin mari'achuuf Emmireetota Arabaa…
Mariin MM Dr Abiy lammiilee Ityoophiyaa waliin taasisan, kallattii bobbii hojiitif murteessadha–…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Mariin muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad lammiilee Ityoophiyaa waliin Duubaayitti taasisan, kallattii bobbii hojiirratti murteeessadha…
Ijaarsa masgiidota Mooxaatti gubatanii fi lammiilee qabeenyi jalaa barbadaa’e deeggaruuf…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Ijaarsa masgiidota Mooxaatti gubatanii fi lammiilee qabeenyi jalaa barbadaa'e deeggaruuf Birrii miiliyoonni 209 walitti qabameera.
Preezdaantiin…
Obbo Gadduun Ityoophiyaatti ambaasaaddara Ameerikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Ameerikaa Maaykil Raaynar waliin mar’ataniiru.…
MM Dr Abiy Ahimad Emmireetota Arabaa Gamtooman jiru
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwii hojiitif Emmireetota Arabaa Gamtooman galan.
Dooktar Abiy Buufata Xiyyaaraa Idil…
Rakkoo nageenyaa muul’atu sirreessuu fi furuun ga’ee hunda keenyaat – Paatriyaarkii Abuna Maatiyaas
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Rakkoo nageenyaa yeroo ammaa biyyattii keessatti muul’atu sirreessuu fi furuun ga’ee hunda keenyati jedhan Paatriyaarkiin Ortodooksii Ityoophiyaa…
Manni marichaa labsii haasaa jibbiinsaa, odeeffannoo sobaa ittisuu fi to’achuuf ba’ee fi…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI walga’ii ariifachiisaa isaatin labsii haasaa jibbiinsaa, odeeffannoo sobaa ittisuu fi to'achuuf…
Jimmaatti hiriirri deeggarsaa fi sosochii hawaasaa taasifame
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2012 (FBC) - Jimmaatti hiriirri deeggarsaa fi sosochii hawaasaa taasifame.
Jiraattonni magaalaa Jimmaa fi naannawashee hiriira deeggarsaa muummee…