Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Giddugala Itiyoophiyaatti hojiin ajandaa walitti qabuu eegalame
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Naannoo Giddugala Itiyoophiyaatti hojiin ajandaa walitti qabuu eegalamuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise.
Waliin marii aadeeffachuun,…
Guyyichi mata duree “Waliigaltee biyyaalessaa tokkummaa sabdaneessummaaf” jedhuun kabajama-MMF
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)- Guyyaan Sabaa fi Sablammoota, Ummatoota Itiyoophiyaa 19ffaan mata duree “Waliigaltee biyyaalessaa tokkummaa sabdaneessummaaf” jedhuun akka kabajamu Manni…
Itiyoophiyaan Yaa’ii Walta’iinsaa Chaayinaa-Afrikaarratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Hagayya 28, 2016 (FBC)-Jilli Ministira Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen durfamu Yaa’ii Walta’iinsaa Ministiroota Chaayinaa-Afrikaa 9ffaarratti…
Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii gara Asmaraatti taasiisu adda kute
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC) - Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa balallii gara Asmaraatti taasiisu boruu eegalee adda kutuu beeksiseera.
Eertiraa keessatti tajaajila kennuuf rakkoon…
Hojiin Wabii nyaataa mirkaneessuu Itiyoophiyaan jijjiirama qabeenya qilleensaa qolachuun akka of…
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC) - Hojiin Wabii nyaataa mirkaneessuu Itiyoophiyaan jijjiirama qabeenya qilleensaa qolachuun akka of dandeessu karra baneera jedhan Ministirri Muummee FDRI…
Invastimanti Giruuppiin Miidirookii fi Faawundeeshiniin Biilii fi Meeliindaa Geetis waliin…
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC) - Invastimanti Giruuppiin Miidirookii fi Faawundeeshiniin Biilii fi Meeliindaa Geetis dameewwan adda addaan tumsaan hojjechuuf waliigalan.
Hojii…
Mootummaa Gandaa: Mootummaa Ummataa! – Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC) - Jaalalli ummataa, waa’ee isaa haasa’uu qofaan osoo hintaane, gocha waan inni dhabe akka argatu dandeessisuun kan ibsamuudha jedhan Pireezidaantiin Naannoo…
Aanaalee Oromiyaa garaagaraatti caasaan bulchiinsa gandaa bifa haaraan hundaa’e
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC) – Ummata Itti dhiyeenyaan caalmaatti Tajaajiluuf Aanaalee Oromiyaa garaagaraatti caasaan bulchiinsa gandaa bifa haaraan hundaa’eera.
Haaluma kanaan…
Dooktar Abiy Ahimad Biilgeetis waliin kilaastara qamadii fi horsiisa lukkuu daawwatan
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Sooressa Addunyaa Biilgeetis waliin kilaastara misooma qamadii fi horsiisa lukkuu daawwataniiru.
Dooktar…
Hanga ammaatti Adeemsi ajandaa walitti qabuu naannoleetti gaggeeffame milkaa’eera-Pirof. Masfiin…
Finfinnee, Hagayya 27, 2016 (FBC)- Hanga ammaatti adeemsi ajandaa walitti qabuu naannoleetti gaggeeffamee milkaa’aa ta’uu komishinarri Komishinii Marii biyyaalessaa Pirofeesar Masfiin…