Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad noobeelii badhaafamuu isaanitiin magaalaa Jimmaa, Adaamaa,…
Finfinnee, Muddee 2, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad noobeelii badhaafamuu isaanitiin magaalaa Jimmaa, Adaamaa, Burraayyuu, Bishooftuu, Sabbataatti sirni gammachuu…
Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw ministira Dhimma Alaa Ameerikaa…
Finfinnee, Mudde 2, 2012 (FBC) - Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw ministira Dhimma Alaa Ameerikaa Maayik Poompiyoo waliin mari'atan.
Marichi Waashiingitan…
Ayyaanni Cuuphaa hambaa kiliyaa Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa ta’ee akka…
Finfinnee, Mudde 2, 2012 (FBC) – Ayyaanni Cuuphaa hambaa kiliyaa Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa ta'ee akka galmaa'u murtaa'e
Ayyaanni Cuuphaa galmee hambaa kiliyaa Dhaabbata…
Badhaasni Noobeelii Nageenyaa maqaa gaarii Ityoophiyaa addunyaatti muul’isuuf carraa guddaa…
Finfinnee, Mudde 2, 2012 (FBC) - Badhaasni Noobeelii Nageenyaa maqaa gaarii Ityoophiyaa addunyaatti muul'isuuf carraa guddaa fidee kan dhufe jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.…
Simannaan badhaafamaa Noobeelii Nageenyaa bara Faranjootaa 2019 muummee ministiraa Dooktar Abiy…
Finfinnee, Mudde 2, 2012 (FBC) -Simannaan badhaafamaa Noobeelii Nageenyaa bara Faranjootaa 2019 muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Finfinneetti gaggeeffame.
Sirni simannichaas Buufata…
Badhaasni Noobeelii nageenyaa fudhatama Ityoophiyaan qabdu kan guddisuudha- Hayyoota Siyyaasaa
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) – Badhaasni Noobeelii nageenyaa Muummeen Ministira Dooktar Abiy argatan fudhamata Ityoophiyaan sadarkaa idila addunyaatti qabdu kan guddisu ta’uu hayyoonni…
Duudhaalee guddisuu fi dhalootaf beeksisuun bu’aa qaba- hayyoota
Finfinnee, Muddee 1, 20102 (FBC) - Duudhaalee guddisuu fi dhalootaf beeksisuuf hojjetamuu akka qabu hayyoonni damichaa himan.
Duudhaalee biyyaaleessaa barootaaf turan guddisuu fi…
Qorannoon addaa dhaabbilee mootummaa fi dhuunfaa irratti taasiifamaa ture ifoome
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) –Qorannoon addaa Raapoortaraa jila Maaster Daaviid Kaayeeniin durfamu dhaabbilee mootummaa fi dhuunfaa Ityoophiyaa irratti torbee lamaaf taasiifamaa ture…
Obbo Shimallis preezdaantii Mana Maree Daldalaa Jibuutii fi miseensota mana marichaa waliin…
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) - Itti aanaan preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan preezdaantii Mana Maree Daldalaa Jibuutii fi miseensota mana marichaa…
Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gitasaanii Noorweey Eernaa Soolbarg waliin mari’atan
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) - Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad gitasaanii Noorweey Eernaa Soolbarg waliin mari'atan.
Marichaanis dhimmoota hariiroo biyyoota isaanii…