Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen Ityoophiyaa Ooslootti argaman muummee ministira Dooktar Abiyiif gammachuu isaanii hiriira…
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Noorweey Ooslootti argaman muummeen ministiraa Dooktar Abiy Ahimad badhaasa Noobeelii Nageenyaa bara kanaa argachuu isaanitiif…
Badhaafamaa Noobeelii Nageenyaa 2019 muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiif booru Finfinneetti…
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) – Badhaafamaa Noobeelii Nageenyaa 2019 muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimadiif booru Finfinneetti simannaan ni taasifamaaf.
Muummee ministiraa Dooktar…
Jilli hoggansa olaanoo mootummaa naannoo Oromiyaa hojiidhaf Jibuutii daawwachaa jira
Finfinnee, Muddee 1, 2012 (FBC) – Jilli hoggansa olaanoo mootummaa naannoo Oromiyaa hojiidhaf Jibuutii daawwachaa jira.
Jilichi itti aanaa preezdaantii mootummaa naannichaa obbo Shimallis…
Manneen barnootaa magaalaa Finfinnee dubartootaa fi qaama miidhamtootaf mijataa taasisuuf hojjetama…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2012 (FBC) - Dubartoota manneen barnootaa magaalaa Finfinnee keessatti barataniif haala meeshaalee qulqullina isaanii ittiin eeggatan mijeessuun danda’amu irratti…
Waraanni obbolaa lamaan kan walficcisiisu ta’uu mudannoon Iityoo Eertiraa ragaadha jedhan…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2012 (FBC) – Waraanni obbolaa lamaan kan walficcisiisu ta'uu mudannoon Iityoo Eertiraa ragaadha jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.
Dooktar Abiy sirna…
Mariin Ityoo- Sawudii gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 30, 2012 (FBC) – Marii Ityoo- Sawud Arabiyaa bifa qaamolee mootummaa fi dhaabilee garagaraa hirmachiiseen gaggeeffameera.
Maricha Ministiri Deettaa Ministira Dhimma…
MM Dr Abiy, Noorweey Ooslootti argamuun Badhaasa Noobeelii Nageenyaa fudhatan
Finfinnee, Sadaasa 30, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad har’a Sadaasa 30,2012 Noorweey Ooslootti argamuun badhaasa Noobeelii Nageenyaa bara Faranjootaa 2019 fudhatan.…
Dhaabbileen mirga namoomaarratti hojjetan, mootummaan damicharratti hojii hojjetuuf deeggarsa kan…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2012 (FBC) - Dhaabbilee naannoo qabiinsa mirga namoomaa hojjetaan mootummaan hojii damichaatti raawwatamuuf deeggarsa barbaachisu akka taasisu eeraniiru.
Guyyaan…
Waldaan Namoota Rakkoo Guddina Sammuu Qabanii fi Diibooraa Faawundeeshin daawwataman
Finfinnee, Sadaasa 30, 2012 (FBC) - Itti aantuun af yaa'ii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa aadde Shittaayee Minaalan miseensota koree dhaabbii mana marichaa addaddaa waliin Waldaa Namoota…
Agarsiistun ragaa staatiistiiksii ammeentaa jireenyaa, barnootaa fi galii kaappitaalaa %65.8 dabaluu…
Finfinnee, Sadaasa 30, 2012 (FBC) - Agarsiistun ragaa staatiistiiksii ammeentaa jireenyaa, barnootaa fi galii kaappitaalaa %65.8 dabaluu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti dameen…