Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yuunvarsiitin Booranaa bara 2013 hojii ni eegala jedhame
Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) - Yuunvarsiitin Booranaa bara 2013 hojii ni eegala jedhame.
Ijaarsisaa waggaa lamaan dura kan eegalame yuunvarsiitichi, bara dhuftu xumuramuun…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Barruu Foorbisiin filataman
Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) - Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Barruu Foorbisiin filataman.
Barruun Foorbis preezdaant Saahilawarq bara Faranjootaa 2019 dubartoota dhiibbaa uuman…
Yaa’iin Waraana lafarraa biyyoota Afrikaa Baatii Guraandhalaa Ityoophiyaatti ni gaggeeffama
Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) - Yaa’iin Waraana lafarraa biyyoota Afrikaa Baatii Guraandhalaa bara Faranjootaa 2020 Ityoophiyaatti ni gaggeeffama.
Yaa’icha Raayyaa Ittisa biyyaa FDRI fI…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy namoota hojii qulqullinaa hojjetan galateeffatan
Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) - Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy garee Ityoophiyaa ni qulqulleessina jedhu guyyaa har’aa daandii quqlulleessan galateeffaniiru.
Ityoophiyaa barbaannu kan…
Sirna kenniinsa tajaajila taaksii fi Baasii fooyyeessuuf waldaaleen mari’achaa jiru
Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Waldaaleen Taaksii 13 fi Hagar Baasii sadi haala sirna kenniinsa tajaajila maamiltootaa fooyyessuun danda’amu irratti marii taasisaa…
Meedaaliyaan Badhaasa Noobeelii Nageenyaa fi Dippiloomaan Dooktar Abiy argatan Ministeera Nageennyaa…
Finfinnee, Muddee 5, 2012 (FBC) – Meedaaliyaan Badhaasa Noobeelii Nageenyaa fi Dippiloomaan Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy argatan keessaa tokko ummata bira akka ga’uuf Ministira Nageenyaa…
Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee Ejansiin Soorata Barattoota akka hundaa’u murteesse
Finfinnee, Muddee 4, 2012 (FBC) - Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee Ejansiin Soorata Barattoota akka hundaa’u murtee dabarse.
Hundaa’uun ejansichaa bara baajataa qabametti dhiyeessi…
Manni Maree Minsterootaa dhimmoota garagaraa irratti mari’achuun murtii dabarse
Finfinnee, Muddee 4, 2012 (FBC) - Manni Maree Minsterootaa yaa’ii idileessaa 77ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garagaraa irratti mari’achuun murtii dabarseera.
Manni marichi wixinee…
Tarsiimoon filannoo waltajjii dhaabbilee hawaasa siiviilii qophaa’aa jira jedhame
Finfinnee, Muddee 4, 2012 (FBC) - Tarsiimoon filannoo waltajjii dhaabbilee hawaasa siiviilii qophaa'aa jira jedhame.
Filannoon dhuftu karaa demokraasawaa fi amanamaa ta'een akka xumuramu…
Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuman gorsaa dhimma diinagdee fi…
Finfinnee, Muddee 4, 2012 (FBC) - Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuman gorsaa dhimma diinagdee fi daldalaa Chaayinaa Liiw Yuu waliin mari'atan.
Marichaan…