Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fooramiin baqattoota idil addunyaa Jeeneevaa Swiizarlaanditti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Fooramiin baqattoota idil addunyaa Jeeneevaa Swiizarlaanditti gaggeeffamuu eegale
Jilli Ityoophiyaa itti aanaa muummee ministiraa obbo Dammaqaa…
Koonveenshinii Paan Afriikaa fi Wiirtuu Agarsiisaa ijaaruuf mariin taasifame
Koonveenshinii Paan Afriikaa fi Wiirtuu Agarsiisaa ijaaruuf mariin taasifame
Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Giddugala Agarsiisaa Finfinneetti Koonveenshinii Paan Afriikaa fi…
Jilli diippiloomaasii hawaasummaa Ityoophiyaa har’a waaree booda Eertiraa seenera
Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) – Jilli diippiloomaasii hawaasummaa Ityoophiyaa har'a waaree booda Eertiraa seenera.
Jilli Ministeera Aadaa fi Tuuriizimii FDRIn duurfamu kun torbee…
Dhaabbatichi dhaabbilee idil addunyaa 2 waliin xaa’oo biyyoo deddeebisuuf waliigaltee…
Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) – Dhaabbatichi dhaabbilee idil addunyaa 2 waliin xaa'oo biyyoo deddeebisuuf waliigaltee mallatteesse.
Dhaabbanni Loojastiiksii Geejiba Galaanaa Ityoophiyaa…
Baahir Daaritti shugguxiin 449 to’atame
Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) – Naannoo Amaaraa magaalaa Baahir Daaritti shugguxiin 449 to'atame.
Shugguxii seeran alaa kanneenin ala meeshaaleen koontiroobaandiis to'atameera.…
Deeggarsaa fi tumsi baqattootaf taasifamu bifa hiikkaa qabuun ta’uu qaba- obbo Dammaqaa
Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Hawaasni addunyaa deeggarsaa fi tumsi baqattootaf taasisu diinagdee fi hawaasummaa baqattootaarratti bifa hiikkaa qabuun ta'uutu irra jiraata jedhan itti…
Naannoo Amaaraatti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 13 darbe
Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) - Naannoo Amaaraa bulchiinsa Awwii aanaa Gwaaguusaa Shigudaaditti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 13 darbe.
Waajjirri poolisii aanichaa akka…
Ityoophiyaa fi Jaappaan suphaa daandii Finfinneef waliigaltee mallatteessan
Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) - Suphaa daandii Finfinneef kan oolu waliigalteen deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 86 mallatteeffame.
Waliigalticha ministirri Ministeera…
Jilli Ityoophiyaa dura taa’aa Ya’aal Suleeytiin Gruup waliin mari’ate
Finfinnee, Muddee 6, 2012 (FBC) - Jilli Ityoophiyaa fooramii Doohaa 19ffaarratti hirmaate dura taa'aa Ya'aal Suleeytiin Gruup waliin mari'ate.
Jilichi dura taa'aa gruuppichaa Sheek…
Paartileen naannoo Oromiyaa fi Amaaraa keessa socho’an waltajjii waloof taa’aniiru
Finfinnee,Muddee 6, 2012 (FBC) - Paartileen naannoo Oromiyaa fi Amaaraa keessa socho'an waltajjii waloof taa'aniiru.
Dhaabbilee barnoota olaanoo naannolee lamaan keessatti argamanitti…