Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Madrakii fi Sochiin Biyyoolessaa Amaaraa filannoo bara 2012f qophaa’aa jiraachuu beeksisan.
Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Madrakii fi Sochiin Biyyoolessaa Amaaraa filannoo bara 2012f qophaa'aa jiraachuu beeksisan.
Qindoominni paartilee afurii Madrak (Koongirasii…
Saatalaayitiin Ityoophiyaan Jimaata dhuftu gara hawaatti furgugsitu ragaalee funaanuun…
Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Saatalaayitiin Ityoophiyaan Jimaata dhuftu gara hawaatti furgugsitu ragaalee funaanuun dhaabbileedhaf erguun gumaacha olaanaa kan qabaattu ta'uun ibsame.…
Dhaabbilee barnootaa olaanoo keessatti nagaa buusuuf qooda isaanii kan ba’an ta’uu Paartiileen…
Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Dhaabbilee barnootaa olaanoo keessatti nagaa buusuuf qooda isaanii kan ba’an ta’uu Paartiileen siyyaasaa naannoo Oromiyaa fi Amaaraa keessa socho’an ibsan.…
Abbootiin gadaa walitti dhufeenya biyyaaleessaa cimsuuf hojjechuu qabu
Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Abbootiin gadaa aadaa muuxxannoo walitti bu’iinsa hiikuu qaban fayyadamuun hariiroo biyyaaleessummaa cimsuuf hojjechuu akka qaban gaafatamaniiru.…
Koreen dhaabbii dhimma qabeenya uumamaa, jallisii fi inarjii Hidha Haaromsaa daawwate
Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Koreen dhaabbii dhimma qabeenya uumamaa, jallisii fi inarjii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa FDRI raawwii ijaarsa Hidha Haaromsaa daawwate.
Itti…
Jila aadaa Ityoophiyaaf Karanitti simannaan taasifame
Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Jila aadaa Ityoophiyaa daawwidhaaf Eertiraa jiruuf Karanitti simannaan taasifameef.
Jilli diippiloomaasii hawaasummaa Ityoophiyaa…
Badhaasni Noobeelii Nageenyaa bara Faranjootaa 2019 muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad injifatan…
Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Badhaasni Noobeelii Nageenyaa bara Faranjootaa 2019 muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad injifatan nuufis ulfina jedhan Eertiraanonni.
Jilli Eertiraa…
Badhaasni Noobeelii Dilbata Dhuftu Goda Hambaa Biyyoolessaa Ni Kaa’ama
Finfinnee, Muddee 3, 2012 (FBC) – Badhaasni noobeelii nageenyaa muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad Dilbata dhuftu Goda Hambaa Biyyoolessaa ni kaa’ama jedhame.
Ministeerri Aadaa fi…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixineewwan labsii invastimantii fi eksaayiz taaksii koree…
Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa wixineewwan labsii invastimantii fi eksaayiz taaksii koree dhaabbii dhimmi ilaallatuuf dabarse.
Manni marichaa walga'ii…
Ityoophiyaanonni Taanzaaniyaatti hidhaarra turan 1443 gara biyyaa deebi’uufi
Finfinnee, Muddee 7, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanonni Taanzaaniyaatti hidhaarra turan 1443 gara biyyaa deebi'uufi.
Imbaasiin Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti argamu Koomiishinii Gamtaa…